30/06/2026
"Silaa jireenyi foonii dhumataa dha, lafee fi dhiiga keetiin seenaa hin dhumne lafa keesse. Hacaaluu, ati sagalee keenya qofa hin turre; ati onnee saba keenyaa turte. Addunyaan si dhabus, artiinii fi qabsoon kee hidda tokkoon keenya keessatti faca'ee hafeera. Guyyichi gaddaa ta'us, jireenyi kee mo'icha qaba. Maqaan kee hin badu, seenaan kee hin dagatamu! 🕊️