Fuuldura Oromoo

Fuuldura Oromoo Teacher

09/09/2025
Dirirsa Dina
11/08/2024

Dirirsa Dina

🇪🇹 Atileet Siifan Hasan warqii Olompikii injifatteSiifan rikardii Olompikii Tikki Galaanaan Landanitti galmaa'e cabsuun ...
11/08/2024

🇪🇹 Atileet Siifan Hasan warqii Olompikii injifatte
Siifan rikardii Olompikii Tikki Galaanaan Landanitti galmaa'e cabsuun mo'atte. Atileetiin Itoophiyaa Tigist Asaffaa lammaffaa ba'un meetii gonfatte. Atileetiin Keeniyaa Heelan Obirii sadaffaan xumurte.

Art Dina
17/07/2024

Art Dina

Barattuu osoo loltoota ishee gudeeduf turan dhowwitu harki cite har'a qormaata kutaa 12ffaa qoramteen wal baraa.

Waggaa sadiin dura shamarreen loltootaan yaaliin gudeeddii irratti taasifameefi al torba itti dhukaafamee harki irraa cite barana qoramaata kutaa 12ffaa biyyaalessaaf dhiyaatteetti.

Qondaalli MN Tigraay Kindeyaa Gabirahiwoot ergaa X irratti barreessaniin, ''haala suukaneessaa sana keessa dabarsuun booda qormaataaf dhiyaachuushee caalaa waan nama jajjabeessu hin jiru,'' jedhan.

Seenaa ishee kana dura akkanaan BBC'f himtee turte.
Suuraa: Kindeya/Twitter
↪️ https://bbc.in/4d4a1Fu

13/07/2024
Har'a kunoo daawwiidhaaf gara harargee lixaa iddoo odaa bultum  jedhamu odaalee beekkamoo shanan keessaa tokko kan ta'e ...
01/08/2022

Har'a kunoo daawwiidhaaf gara harargee lixaa iddoo odaa bultum jedhamu odaalee beekkamoo shanan keessaa tokko kan ta'e odaa bultum bira gahuuf jirra .

Biyya keenya badhaatuu qabeenya Uummamaa mee daawwadhaa .......
30/04/2022

Biyya keenya badhaatuu qabeenya Uummamaa mee daawwadhaa .......

Address

East Harargee
Jaja
AMEDINA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fuuldura Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Fuuldura Oromoo:

Share