07/06/2025
WBO- Uummata saamuu, ukkaamsee maallaqa irraa zarafuu. Kan irra waan darbe cilaancila tokko waan uummata keenyaaf godhe hin qabu.
FAANNOO- Ilmaan minilik, harkaaf harma mu*raa seenaa dubbisnee dhageenye. Wallaggatti, Salaleeeti ilmaan haraamuu tun yeroo isheen Basumaam jettee oromoo qa*1tu arginee. Abjuun Faannoo oromiyaa diiguudha, duula oromummati. Abjuun faannoo 4k galuudha.
TPLf- Diina oromooti. Waggaa 30f nu dararaa turte, nu kolaasaa turte, nu ajj*eesaa turte, qabsoo qerroon godheen nama 5000 ol itti wareegne,hundi keenya madaa ofirraa qabna. waan dhalli namaa nama irratti hin hojenne nurratti dalagaa turte. Kana namni hin beekne ijoollee waggaa 7 as dhalatan yoo tahedha.
JAWAR- Wayyaanee kompiiteraan raasaa ture, goota wayyaanee dhiiga dhaabaa turedha. Kanaaf dhaloonni hundi isa jaalata. Qabsaa'aa keenya ture. Waggaa 5nin dura guyyaa jawar ani marfame jedhu hundi keenya uuuuu jennee reebmnee, hedduun ajj*eefaman. Harra garu Jawar Mohammed 🤏Dheebotaa hangooti. Osoo dheebuu haangoo tahuu baatee jarreen kanaan hin firoomu