07/03/2024
Faransaay ulfa baasuu mirga heeraa gochuun addunyaarra biyya jalqabaa taate
*****
Pireezidantiin biyyattii Imaanu'el Maakroon, murteen kun "kan Faransaay boonsedha" jechuun, "ergaa idiladdunyaa dabarsa" jedhan.
⬇️⬇️
https://bbc.in/4c5BPJB