الوحدة على التوحيد فقط

الوحدة على التوحيد فقط Kitaaba fi sunnaa fahmii salafa gaariitin

አንድ ትልቅ የሽርክ ተራራ ተንዶዋልአሁን ጫጩቶቹ ናቸው የቀሩት አሏህ ሂዳያ ይስጣቸው‼️
20/10/2025

አንድ ትልቅ የሽርክ ተራራ ተንዶዋል
አሁን ጫጩቶቹ ናቸው የቀሩት አሏህ ሂዳያ ይስጣቸው‼️

20/10/2025

"አላህ ሆይ፣ መቃብሬን ከአላህ ውጭ የሚመለክ ጣኦት አታድርግብኝ። የነቢያቸውን መቃብር የአምልኮ ስፍራ ያደረጉ ሕዝቦች ላይ የአላህ ቁጣ በጣም በረታ።"
ረሱል (ﷺ)
أخرجه مالك في ((الموطأ)) (1/172)

የሙፍቲን የግል መኖሪያ ቤት ለመቃብርነት መመረጡ ለቀጣዩ ትውልድ የሚያመጣው ጉዳይ ከባድ አደጋ ነው፣ ይህ ነገር ከትንሽ አመታት ቡሀላ ቀብር ዚያራ እያሉ ባዕድ አምልኮ ለማክበር በር ከፋች ነው። አላሁ ሙስተዓን🥹

19/10/2025

مستراح منه الحمدلله! 😑

26/08/2025

😉¡شوف أبو الحيض

Kun guyyaa har'aa magaalaa jimmaa masjiida al-imaam albukharitti namni Suufii(ahbaashi) ta'e kun jara keenyaaf du'aayii godhaafi jira gara tokkoon jaruma kana namtittin ni ka 😮 far 🙁 sifti🥵 har'ammoo masjida tokko keessatti walitti qabamanii du'aayi waliif gochaa jiru nus maashaallah jennaanka.😀

Maaltu irraa baratama ?Abalfaydi saqqaa Ahbaashi aqiida badaadha isaan tokko immoo she Muhammad saani naaddaa dura bu'aa...
26/08/2025

Maaltu irraa baratama ?

Abalfaydi saqqaa Ahbaashi aqiida badaadha isaan tokko immoo she Muhammad saani naaddaa dura bu'aa majlisa aanaa oromoo naaddaati.

21/08/2025

Filannoon Majlisaa masjida hunda, naannnoo hunda kessatti gaggeeffamaa jiraa?
yoo akka carraa masjida hunda irratti gaggeefamaa hin jiruu ta'ee maaliif hafe?
Commentii jala kaa'aa ykn kessaan barreessaa.

21/08/2025

"فرق بين سياسة الأمور وسياسة القدور، فلكل ميدان رجاله، والعاقل من عرف قدر نفسه، وأقبل على إصلاح شأنه، ووقف عند ما فيه نفعه."

19/08/2025

✔️Abdallah ilma mas'uud akkana kan jedhu ture
"Namni namatti hidhatuu barbaade nama du'etti haa hidhatuu namni lubbuun jiru mokkoramuurraa hin Amanamuu oormi sunis sahaabota rasuulaatiﷺ isaan irra qulqulluu ummata kanaati qalbiidhaan Akkasuma irra fagaatoodha beekumsaan irra kabajamoodhas aqliidhaan isaan tuuta Rabbiin Ergamaa isaatiifﷺ sahaabota taasisuuf fileedha diinii isaa ittiin gad dhaabuuf haqa isaanii beekaafii qajeellummina isaanii qabadhaa isaan qajeellummina diriiraa irra turanii"

📚Majmuu'al fataawaa ibnu teymiyaa 3/126]

19/08/2025

قالَ العلاّمةُ الألباني رحمه اللهُ تعالى: الجمع بين السلفية والإخوانية كالجمع بين الصواب والخطأ إن لم أقل بين الهدى والضلال

19/08/2025

#يقــولون !
"الكــفار أفضل من المسلمين بأخلاقهم ومعاملاتهم"
واللهﷻ☝️وصـفهـم في القرآن بـأنهم أضـل مـن البهـائم !!
فمن أصدق قيلا؟؟

19/08/2025

"Namni mu'uminaa tokko gadduu caala wanti sheeyxaana gammachiisu hin jiru.


طريق الهجرتين(٦٠٧/٢)

19/08/2025

Abuu Dardaa'i Akki jedhe رضي الله عنه
"Namni bara haaraya gahuun gammadu hin beeku malee umrii isaa dhumaa jirtutti gammadaa jira!😢

Address

Jimma

Telephone

+251978091556

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when الوحدة على التوحيد فقط posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share