For Muslim ummah

For Muslim ummah Islam salam

Follow me on imo.
06/07/2024

Follow me on imo.

come to imo, and become friends with me!

19/06/2024
18/06/2024

Nuti muslimtoota, Allaahin mootii keenya, islaamummaan diinii keenyaa, quraannis seera keenya(kan samii torbaa olii Rabbiin nuuf erge, male kan dhalti namaa dadhabduun itti yaaddee barreessite miti), Nabi Muhammad(saw) ergamaa keenya.
Yoo imaamni kee nabii(saw) hin ta'in, jechuun yoo dura bu'aa fi itti aanaa itti gaafatamaa siif hin taane, Quraanni yoo imaammataa fi qajeelfama akkasumas dambii ittiin bulmaataa siif hin taane, salaattus, soomtus, quraana sammuutti haffazdus, akkasuma bukaarii, muslim fi sunanus-sittaa gubbaa jelaan waliin geessus itti hin hojjenne; qajeelfama hin godhanne waan ta'eef ati, warra wallaaleen tokkoma. Ati wallaalaa irraa nama tokko, waan karaa ittiin waan bartetti hojjettu waan hin beekneefuu.

السلام علبكم ورحمة الله وبركاته.عيد مبارك، تقبل الله منا ومنكم صلح العمال.Akkam muslimtoonni bakkuma jirtanitti.Baga wag...
18/06/2024

السلام علبكم ورحمة الله وبركاته.
عيد مبارك، تقبل الله منا ومنكم صلح العمال.
Akkam muslimtoonni bakkuma jirtanitti.
Baga waggaa geessan jechaa.
Callisee kan ture, gareen kun har'arraa eegalee ibsaa fi gorsa isaa eegaleera.
Hojiisaas suuraa armaan gadii kana irra hubattuu.

17/08/2022
بسم الله الرحمن الرحیم Eegaltiin maqaa Allahatini.Me har'a gorsa gabaabdu tokkon isiniif qaba: narraa fudhaa.Sunis warra...
16/08/2022

بسم الله الرحمن الرحیم Eegaltiin maqaa Allahatini.
Me har'a gorsa gabaabdu tokkon isiniif qaba: narraa fudhaa.
Sunis warra wal jaalanna waliif duuna jedhan sanaaf.
Bar onneen sin waliif kennitanii gatii isii salphaa gootan kun guyyaa tokko sin dhibuuf teessi. Kan isiin uumamteefis walii kennaaf miti Rabbii kenna jechuuf male. Namni Allahi(Rabbiin) fi Ergamaasa caala nama biraa jaalatu hin amannee. Dhifama ni dheerateeti.

Address

05
Jimma
GD

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when For Muslim ummah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to For Muslim ummah:

Share