Abdaalbaarii kamaal

Abdaalbaarii kamaal Goodinaa buunoo

04/12/2023
29/09/2023

27/09/2023

Atii kayyoo kee hin daagattin kan
Bakkatii yaade sii gaa uu sigaa u raabbii

28/07/2022

Nama si fakkaatu yoo dhabde kophuma kee yaadi.
የምመሰልህ ሰው ካጣህ ብቸኝነቱን ገጥ አድርገው ።

18/07/2022

Baga gammannee muslimtoonni cufti baga gammaddan

Majlisa fedraalaa tayanii waggoota 3 dhufuuf muslimoota hoogganuuf warreen guyyaa arraa
filaman isaan armaan gadii kana.

1 shek Hajjii Ibraahim tuufa dura taa'aa
2 shek abdulkariim badraddiin itti aanaa
3 itti Aanaa 2ffaa shek AbdulAziiz Abdulwalii
4 shek hamiid muusaa Barreessaa tahuudhaan filataman alhamdulillaahi rabbil'aalamiin

baroota hujii gaarii nama muslima tokkummaan
Diiniifii diinaggeen fuul duratti ceesisu isaan haa
taasisu.

Address

Gaachii
Metu
BUNNOO

Telephone

+251917119661

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdaalbaarii kamaal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share