Aanolee Medea

Aanolee Medea Yaadannoo Seenaa Keenya Durii.

Kabajnii fi Jaalalli Guddaan Hooggantoota keenyaaf haa ta'u.           Amaloota Hooggansa Jijjiiramaa muraasa🌹🙏👇.👉 Jaala...
22/04/2024

Kabajnii fi Jaalalli Guddaan Hooggantoota keenyaaf haa ta'u.

Amaloota Hooggansa Jijjiiramaa muraasa🌹🙏👇.

👉 Jaalala Hojii fi hojjataaf qabaachuu.
👉Aantummaa fi sabboonummaa qabaachuu.
👉Walqixxummaa fi iftoomina qabaachuu.
👉Raawwatuu fi raawwachiisuu.
👉Karooraa fi raawwii gamaaggamaa adeemuu.
👉Cimina argame jajjabeessuun Hanqina mudateef kallattii kaa'uu.
👉Haqummaa fi naamusa ogummaa eeguun eegsisuu.
AKKAMITTI MILKAA'E ?
🌟Kan jabaate badhaasa.
🌟Kan laaffate kakaasa.
🌟Kan abdii kutate abdii itti hora.
🌟Kan mufate araarsaa.
🌟Kan rakkate gargaara.
🌟Kan dogoggore gorsa.
🌟Kan dadhabeef humna ta'a.
🌟Bakka kee ufkaa'ee murteessa.
🌟kan binoome namoomsa.
🌟Cimina ke siif hime, hanqina ke siif sirreesa.
🌟Bakkuma hundatti siin qeequ, hawaasa keessatti ykn qaama biraa keessati.
🌟Kan kufe olkaasaa malee hin balleessu.

Hooggansa akkanaa nuuf haa baayyisu🙏❣️💘

Page kana Follow godhuun na jabeessa.
Galatoomaa!!

Jirra Qomookoo
20/04/2024

Jirra Qomookoo

10/04/2024
Dararaan oromoo muslimaa walloorra amatuu Soomanaan gahuu xiinxallaa fi tumsa Qaama hundaa waan barbaaduuf haa tumsinuu.
21/03/2024

Dararaan oromoo muslimaa walloorra amatuu Soomanaan gahuu xiinxallaa fi tumsa Qaama hundaa waan barbaaduuf haa tumsinuu.

Page kana "Verify" Gochuu waanin barbaadeef "Follow" Gochuun  na gargaari. I love you so much ❣️😍👍
16/03/2024

Page kana "Verify" Gochuu waanin barbaadeef "Follow" Gochuun na gargaari. I love you so much ❣️😍👍

Soomannaan akkatti. Ee miskiina wally🤣🤣🤣🤣
15/03/2024

Soomannaan akkatti. Ee miskiina wally🤣🤣🤣🤣

Sabbaar Zeenaa🦻👁️                 Mudannoo🤔Feesbuukii tokko maqaa profile Jibriil Tahir fi page  Haala yeroo" jedhu tokk...
01/03/2024

Sabbaar Zeenaa🦻👁️

Mudannoo🤔
Feesbuukii tokko maqaa profile Jibriil Tahir fi page Haala yeroo" jedhu tokkoon fayyadamaa jira. Rabbi nakaasee suuraa profayilan jijjiira jedhee, 🦻 profile dhaabbata Feesbuuk kan Qubee" f "n jiru , sana buusee , suuraa kiyya irratti Dalagee 😅, profile picture irratti galchadhe😄, suuraan effii dhoorkaa ta'uu an yoom naagalte🤣,ani upload godhuu fi harkaa harkatti qabamuun takka taate. Dhaabbatatti hidhaa cimaa guyyaa 180 natti faradan 🤔😞.tunis baasuma jedhe jaafar alii🙄.Quufan malee hin utaalan........ Wanti akkanallee jiraa, of eegaa hiriyoottan koo🤳.

Hori oromoo koo 💰😍
08/01/2024

Hori oromoo koo 💰😍

Commentiin yeroo waan sitti fudhatuuf anuu sinrakkisu. Like ammoo haqaan sirraa qaba👍.
25/12/2023

Commentiin yeroo waan sitti fudhatuuf anuu sinrakkisu. Like ammoo haqaan sirraa qaba👍.

Address

Adaama
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aanolee Medea posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Aanolee Medea:

Share