14/09/2025
Tilmaamaa qarshii 3,000 badhaafamaa ππ
Tapha guyyaa harβaa fi gidduuttii taasifamuf tilmaama sirrii nama tilmaame 3f badhaasa qarshii 3,000 jechuun tokkoon tokkoon nama tilmaama sirrii argateef qarshii 1000 ni laatama jechuudha βοΈ
Dirqama!
Comment edit godhuun ulaagaa keessaa nama baasa.
Namoonni badhaafaman warra namoota dursanii tilmaama sirrii tilmaaman 3n qofadha.
Nami tilmaamu kamiyyuu post kana share godhuun dirqama!
π