Oromo Literature

Oromo Literature All Democracy is not freedoom Remember Us!

Magaala Adaama 1903(adama around 1903)
28/11/2019

Magaala Adaama 1903
(adama around 1903)

Gabaa Daldala Ilkaan Arba naannoo Finfinne jarra 19ffa kessadha ture.kunis daldaalii ilkaan arbaa naannoo finfinnetti bi...
23/11/2019

Gabaa Daldala Ilkaan Arba naannoo Finfinne

jarra 19ffa kessadha ture.kunis daldaalii ilkaan arbaa naannoo finfinnetti bifaa kanaan turee(Ivory coast in finfinne)
boongadha kaase Trade routes(karaa daldalaa) heddu kessa darbeetu garaa Awuuropaa kaninni deemu yeroo kanaa karaa kaabaa karaa lama(2) ba'aa (two outlets in the north Ethiopia there are 1)metemme 2)massawa) innis 1)matamma 2) massawaadha.
bahaa Ethiopia immo karaa lamaan(2) ba'aa turee innis 1)zaila
2)Barbara
(There are also two(2) main outlets in the east Ethiopia 1)Zeila and 2)berbera)

★A great variety of items were exchanged in trade between the Ethiopian region and the red sea coast.
★Dabalataaniis daldalli garbaa akkasumman babaldhataa turee.garuu karaa Iccitii qaba ture(there are also slave routes in Ethiopia but they are very secure)
Local market place;
+Abdul rassul.
+Near Aliyuu amba.
+Gindeberet(NW shawa).
+yejjube(gojjam)
Kunnen karaa daldalaa garbaa ta'aani tajaajila turaan.
Kanaa kessatti Ijoollen oromoo bifaa daldalaa garbaan garaa Awuuropaafi naannoole Afrikaa baay'ee kessatti tatamsa'aa turaan
Bareddinni ijoolle oromoof Warri adiii Ragaadha.
Fkn;bilille,Akkafetee,fi baay'ee isaanii turan.

KUTAA ITTI ANUN DABALATAAN WANTOOTA BIRAA QABANNE WAN DHUUFNUUF GALATOOMA!
oromo literature;like goodha
By;chala Degefe
Year: 2019G.C
Galaatoomaa!

Prof.Marara GuddinaUmmanni yeroo beela'uu,deebi'e motumma isaa nyaata jedhan!Maaf garuu?
09/11/2019

Prof.Marara Guddina
Ummanni yeroo beela'uu,deebi'e motumma isaa nyaata jedhan!
Maaf garuu?

NO
09/11/2019

NO

Address

Nekemte. Welega. Oromia
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Literature posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share