Christian Tube

Christian Tube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Christian Tube, Addis Ababa, Nekemt.

Mee haadha manaa Faarfataa Yitbarek Tamiru kana ilaalaa 🥺🥹Maaloo jarana qullaa deemtiim intalti kun maal itti fuudhe gir...
15/05/2025

Mee haadha manaa Faarfataa Yitbarek Tamiru kana ilaalaa 🥺🥹

Maaloo jarana qullaa deemtiim intalti kun maal itti fuudhe girbaatti

Wayyyyooo😭😭😭Namni gaafa uffatee nama keessa deemu waan meeqa obsee baateetudha.uffanni maal hin dhoksineree sa'atii 5n d...
29/04/2025

Wayyyyooo😭😭😭
Namni gaafa uffatee nama keessa deemu waan meeqa obsee baateetudha.

uffanni maal hin dhoksineree

sa'atii 5n dura My last breath jedhee possotee of Ajj**se 😭😭

uffanni jala jira mitii garuu⚠️
27/04/2025

uffanni jala jira mitii garuu⚠️

21/04/2025

Nagaan waaqayyo hunduma keessaniif haa baay'atu .
Akkam jirtu maatii waaqayyo , ani nagaa kooti
Yeroo darbe faarfannaa 👇?? ...







Kan jedhu isin biraan ga'een ture, baay'een keessanis akka itti eebbifamtan shakkii hin qabu .

Kunoo ammas fedhaaf jaalala waaqayyoo taanaan firii dadhabbii yeroo dheeraa kan ta'e faaruu haaraa mata dureen isaa jedhu vedio ( suur_sagaleedhaan ) hojjedhee xumuree karaa youtubeOboro media isiniif qabadhee dhufaan jira .

Hammasitti waliif qoodaa na eegaa jechuun jaalladha .
Eebbifamaa🙏

Argamuu kee far Getu Tashome baga nagaan nuuf dhufte
21/04/2025

Argamuu kee

far Getu Tashome baga nagaan nuuf dhufte

03/04/2025

Mee hamma dhumaatti vedio kana dhaggeeffadhaa🎙

01/04/2025

Faar. Kibbinesh Ittaanaa

Tole ka😳😳

Maaloo Faarfataan kun akkam ijoollee lafaa dhufoo jajjabeessaa ??Yeroo ijoolleen keessaan dubbisanii adaraa share naaf g...
29/03/2025

Maaloo Faarfataan kun akkam ijoollee lafaa dhufoo jajjabeessaa ??

Yeroo ijoolleen keessaan dubbisanii adaraa share naaf godhi jedhaniin tolee malee afaan isaatii hamaan tokkollee hin bahu

Uuuuuffeee hamma feete nuuf jiraadhu qaalii koo

⛪𝗞̳𝗶̳𝗿̳𝘂̳𝘂̳𝘀̳𝗲̳𝗲̳𝗱̳𝗶̳𝗶̳ 𝗚̳𝘂̳𝗱̳𝗱̳𝗮̳𝗮̳ Aanaa Qilxu Kaarraa  B͎a͎g͎a͎ ͎G͎a͎m͎m͎a͎d͎d͎a͎n͎ ͎S͎a͎b͎a͎ ͎Aanaa Qilxu Kaarraafi ...
13/03/2025

⛪𝗞̳𝗶̳𝗿̳𝘂̳𝘂̳𝘀̳𝗲̳𝗲̳𝗱̳𝗶̳𝗶̳ 𝗚̳𝘂̳𝗱̳𝗱̳𝗮̳𝗮̳ Aanaa Qilxu Kaarraa
B͎a͎g͎a͎ ͎G͎a͎m͎m͎a͎d͎d͎a͎n͎ ͎S͎a͎b͎a͎ ͎Aanaa Qilxu Kaarraafi N͎a͎a͎n͎n͎o͎o͎s͎h͎e͎e͎t͎t͎i͎ ͎A͎r͎g͎a͎m͎t͎a͎n͎ ͎H͎u͎n͎d͎u͎m͎a͎a͎f͎!͎
𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗪𝗮𝗮𝗾𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗥𝗮𝗮𝗷𝗶𝗶 𝗠𝗮𝘀𝗮𝗿𝗮𝘁 𝗧𝗮𝗮𝘆𝘆𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗻 kan gaggeeffamu Kiruuseedii Guddaan Aanaa QilxuKaarraa Bitootessa 12-14 Bara 2017tti, guyyoota 3'f gaggeeffama.
Iyo 22:21 ❞Waaqayyooti Araarami Nagaatti Jiraadhu❞Kanaanis Wanti Gaariin Siif In Dhufa..
Mata duree “Waaqayyotti Araarami” jedhuun Namni Waaqayyoo 𝗥𝗮𝗮𝗷𝗶𝗶 𝗠𝗮𝘀𝗮𝗿𝗮𝘁 𝗧𝗮𝗮𝘆𝘆𝗲𝗲【𝗗𝗶𝗯𝗮𝘁𝗮 𝗛𝗮𝗳𝘂𝘂𝗿𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂】adda ta’een kan tajaajilan yommuu ta'u; akkasumas B/sa Sintaayyoo Abdiisaa in tajaajilu.
Guyyoota kanatti:
Waaqeffannaan haala adda ta’een gaggeeffama!
Wangeelli Mootummaa waaqayyoo Humnaan in lallabama!
Kanarraa kan ka’es fayyinni dinqiin, hiikamsaafi bilisa ba’uu ajaa'ibsiisaan sabasaaf inta’a!
Gaddi gammachuutti in jijjiirama!
Warra daa’ima barbaadaniif dhala, jireenya keessaniif nagaa, hojii keessaniif milkaa’ina, tajaajila keessaniif dibata; qabeenya keessaniif eebbaafi kan namni qoree bira ga’uu hin dandeenye humna fayyinaa addaa; Waaqayyo isiniif qopheesseera.
Fᴀᴀʀғᴀᴛᴛᴏᴏɴɴɪ Gᴜʏʏᴏᴏᴛᴀ Kᴀɴᴀ Tᴀᴊᴀᴀᴊɪʟᴀɴɪs
𝗙𝗮𝗿 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗙𝗶𝗱𝗼𝗼
𝗙𝗮𝗿 Daawwit Morkaa
𝗙𝗮𝗿 Ifaa Deesisaa
Guyyoota kanatti sabni hundinuu ╰┈☆Dirree M/B Qilxu Kaarraatti☆┈╯ argamtanii 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘂𝘀 𝗕𝘂𝗿𝗾𝗮𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗶𝗻𝗮𝗮 isa ta’e wajjin wal arguun; hirmaattota fayyinaaafi eebba kanaa akka taatan 𝓙𝓪𝓪𝓵𝓪𝓵𝓪 𝓦𝓪𝓪𝓺𝓪𝔂𝔂𝓸𝓸𝓽𝓲𝓲𝓷 𝓐𝓯𝓯𝓮𝓮𝓻𝓪𝓶𝓽𝓪𝓷𝓲𝓲𝓽𝓽𝓾

13/03/2025

Address

Addis Ababa
Nekemt

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Christian Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Christian Tube:

Share