Ilma oromticha

Ilma oromticha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ilma oromticha, College & University, Nekemte.

Amazable news the    women  She wait for rather than 25 years to get child. But when thw time is already  come she got n...
23/10/2023

Amazable news the women
She wait for rather than 25 years to get child. But when thw time is already come she got nine child at one!
Ajaa'ibsisaa oduu dubarttiin nageria waggaa 25 oliif dhala dhabdee turtee yeroo tokkotti daa'ima sagal argatee jedha
Iconi afarica

  photos #   day #  are fore ever #
21/10/2023

photos #
day #
are fore ever #

21/10/2023

Booruuu😅😅😅😅😅😥😥😥😓😓😓😓😌😌😌😌

13/06/2023
24/02/2023

SAVE BORANA😭😭✔️
Be remained when our unity is strong
We are do something unless other ways ,as mucha as our separation is expand our problem hole also expansion !
Please save my mom , my dad, my sis, my bro, and my property😭😭😭😭
Iyyaa iyya dabarsa!adunyaatti beeksisa!✔️😭😭😭

“Waantan dubbachuu qabu qofa dubbadhee, akkan bilisummaan biyya kana keessa jiraadhu qofa akka naaf hayyamtanin fedha!”A...
17/02/2023

“Waantan dubbachuu qabu qofa dubbadhee, akkan bilisummaan biyya kana keessa jiraadhu qofa akka naaf hayyamtanin fedha!”

Abbaa Zeenaa Maarqoos !

  eejjennoo  bilisummaa oromoof👉Yeroo amma kana irraa jalqabee qeerron baakka jiruu wal gurmeesse karaa cufuufi aspaltii...
09/12/2022

eejjennoo
bilisummaa oromoof

👉Yeroo amma kana irraa jalqabee qeerron baakka jiruu wal gurmeesse karaa cufuufi aspaltii kutuu qaba.
👉Karaa finfiinnee geessu hunduu cituu qaba,gutummaan guututti cufamuu qaba.
👉Meesha barbaachisu qabattanii baatani guyyaa borii irraa egaltanii itti fufuu qabdu.
👉Barataan hiriraaf bahe mana hidhaatti gidirfamaa jira kanaaf qeerron barnoota dhiise Barnoonni BBB jedhee gara dirqama isaatti galuu qaba.

👉Guyyaa borii irraa egalee barnoota dhiise dirqama isaa bahachufi dangaa isaa kabachiifachu qaba.


waloomuu fi tokkoommun!

ATLANTA! ✊Hawaasni Oromoo  Biyya Ameerikaa magaalaa Atlanta fi naannooshee hiriira bahuun ajj**chaa Garee Milishaa F**nn...
09/12/2022

ATLANTA!


Hawaasni Oromoo Biyya Ameerikaa magaalaa Atlanta fi naannooshee hiriira bahuun ajj**chaa Garee Milishaa F**nnoo Am**raa fi Waraana Mootummaatiin Oromiyaa keessatti itti fufiinsaan raawwatamaa jiru balaaleffatan.

F**nnoon shororkeessaadha, F**nnoon garee saamichaati, hatattamaan Oromiyaa gadi lakkisee bahuu qaba kan jedhan hirmaattonni hiriira kanaa, Ajj**chaan Oromoo, Qe’ee Oromoo weeraruu fi gu-buun hatattamaan akka dhaabbatuuf gaafataniiru.

Hal**llaa Diroonii bulchiinsi Abiy Ahimad raawwataa jiruun lammiileen nagaa duguugamaa jiru, gochichas cimsinee balaaleffanna jedhan.

Mootummaan Abiy Ahimad yakk**aadha, du-guuggaa sanyii uummata Oromoo irratti raawwataa fi raawwachiisaa jira jedhu.

Mootummaan Ameerikaas tahe hawaasni addunyaa yakka bulchiinsa Abiy Ahimad jalatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru kanaaf xiyyeeffannoo malu akka kennu barbaanna, Sirna uummata irratti yakka suu-kanneessaa raawwataa jiru bifa kamiinuu tumsuu irraa akka of qusattan gaafanna jedhan.

08/12/2022

Dhuma dubbi!!!

Wal-gahiin xumurameera:
Hubachiisa!, Jalqaba irratti:
'n dhaaba siyaasa k**a irraayyu bilisa. ' n amantii, gisa, laga/ganda fi garee ykn dhaabbata k**a irraayyuu bilisa. "n kan taliigamus ta'e qajeelfamu hawwaasa bal'aa Oromiyaa jiruuni. Kessattuu gurmuu qeerroo Oromoon hoogganama.
Uummanni Oromoo aggamiin kallattii hedduu fi qaama garagaraan yeroo dha gara gara yerootti, waan irratti banamee jecha:- Aggami kana karaa qindahe fi tarsiimawaa ta'een qolachuuf gurmuu. labsii kana labsateera.
Of baraaruun, oromiyaa fi Oromummaa baraaruun dirqama Oromoo maraati. Hiree Oromoon qabu tokkichi aggammii kallatti maraan nutti aggaamame kana irraa of baraaruu qofa dha. Labsiin kun guyyaa boruu, Sadaasa 9, 2022, ( sa'aa 2:00 akka lakkofsa Impaayera Itiyoophiyaa) irraa eegaluun hojii irra ni oola. Labsiin duula akka aaan gadii ta'a.
1ffaa: Boru ganama, Sadaasa 9, 2022, irraa eegalee manna barnoota KG irraa kaase haga mana barnoota ol-aanotti cufaa ni ta'u. Sababiin isaas:-
a) Barattoonni karaa isaanii danda"ame kamiinu duula irratti ni hirmaatu.
b) Baratoonni keenya hedduun hidhamanii waan jiraniif haga isaan bahanitti barnoonni hin jiru.
2ffaa: Sadaasa 10, 2022. ganama irraa eegaluun karrii Finfinnee geessu shananuu bakkeewwan barbaachisoo ta'anitti cufaa ni ta'u. Sababiin isaas Finfinneen baattoo sirna dhufaa darbaa Oromoo nyaatu waan taateef sana sirreessuun barbaachisaa ta'ee argameera. Uggurrii kanaanis:-
a) Kuduraa fi Muduraan tokkolleen Finfinnee seenuus ta'ee bahuun dhorkaa dha.
b) Midhaan callaa, dhugaati fi kanneen biroo Finfinnee seenuus ta'e bahuun dhorkaa dha.
c) Walumaa gala Ambulaansii fayyaan ala wanti Finfinnee seenee bahu tokkolleen hin jiraatu. .
3ffaa: Sadaasa 11, 2022, kaasee uggurriin dinagdee guutummaa Oromiyaatti ni gaggeefama. Bittaa fi guegurtaan yeroof addaan ni cita. Kun dhaabbata fi kaampaniwwan gurguddaa irratti xiyyeeffata.
4ffaa: Sadaasa 12, 2022, (ganama sa'aa 3;00 akka lakkoofsa impaay

 'i Oromooduulli Amma Oromiyaa irratti godhamaa jiru kallatti tokko qofaan miti.kallatti maraaniyyuu Oromiyaa weeraruuf ...
08/12/2022

'i Oromoo
duulli Amma Oromiyaa irratti godhamaa jiru kallatti tokko qofaan miti.
kallatti maraaniyyuu Oromiyaa weeraruuf hunduu qophiitti jiru.
Kun hunduu Oromoo jelaa dhokotee miti.
Garuu WBO qofaarratti ilaaltee ofi mana teessa taanan Dachee qofa osoo Hin taane maatikees ofiikes dhabuun Hin oolu.
kanaafuu Oromoon lafa jiruu ka'i Wal kakaasi.
Abidda abiddi akka dhaamsu, Isa si ajjeesuf dhufes akkumannibdhufen, afaan inni si gaafateen deebisiif!
Kun dirqama Dhuunfaa keeti!!

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilma oromticha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share