Hika Asfaw

Hika Asfaw Hope

14/10/2023
Waantii guddaan sammuudha
10/04/2022

Waantii guddaan sammuudha

29/01/2022

MAALOO ARIIFATTANII MISEENSA ILLUUMINAATII HIN TA'INAA .
SHARE WALIIF GODHAA.

Maqaa Waaqayyootiin Isin gaafadheeraa share godhaa.

Qubeelaan Armaan gaditti argitan kun magaalaa finffinneefi naannoo oromiyaatti baayʼee gurgguramaa jira. Qubeelaan kun Mallattoo bineensichaa 666 ykn illuminatiiti. Garuu namoonni baayʼeen Bittanii fayyadamaa jirtu.

Bineensi 666 kun qubeelaa kanaan Laphee dhalootaa qabachuuf haala mijeeffateera.

Namni qubeelaa kana kaawwatee.
1ffaan Salphaattii bineensichi dhiiga namichaa seena.
2ffaan Namni qubeelaa kana godhatee Hafuura sagaagalummaan booji'ama
3ffaa Namni Qubeelaa kana kaawwatee Salphaattii gaa'ila diiga.
4ffaa Namni qubeelaa kana kaawwatee Salphaattii dhoksaaa gurguddaa baruufi Akka raajiitti mallattoo hedduu agarsiisuuf ni danda'a.

Namoonni miidhaginaaf Bittanii godhattan of eeggannoo cimaa taasisaa. Tajaajiltoota ykn Keessumaa Raajota Qubeelaa mallattoo kanaa godhatanii Isin tajaajilan yoo argitan Irraa hin tajaajilamiinaa Ykn irraa baasaa ykn Tajaajila dhaabsisaa.

Biyya alaaf keessa kan jirtan adaraa of eeggannoo cimaa taasisaa.
via addisuu raggasaa
Dhalootaaf share godhaa.

Address

Nekemte

Telephone

+251934401318

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hika Asfaw posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Hika Asfaw:

Share