09/09/2026
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Biloo Nophaatti Leenjiin Haaromee fi Misooma Ogummaa karaa Bulchaa Aanaa Keenyaa Kabajamoo Obbo Dajanee Kabadee fi hooggansa Godinaa tiin Bakka Qindeessituu Aanaa , Hooggansa Gandaa , Leenjistoota DhBLTO fi Qooda fudhattootni Hundi argamanitti Guyyoota 2f kannamaa jira.
4/13/2018