Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Aanaa Dhaas

  • Home
  • Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Aanaa Dhaas

Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Aanaa Dhaas Mana Barumsa Sad.2ffaa Borbor

     _Aramaa_taasifamee Jira.Eeblaa 26/08/2015 Godinaa Boorana Baha Aanaa Dhaasitti torbee Aramaa     fi   Manneen Barno...
04/05/2023



_Aramaa_taasifamee Jira.
Eeblaa 26/08/2015 Godinaa Boorana Baha Aanaa Dhaasitti torbee Aramaa fi Manneen Barnoota Sad.2ffaa Aanaa Dhaas Hundaa Keessat Harkaa qalleeyyii Akka Ganda Isaaniit Adda Bahe Irraat Aramaan Keessaa Qulqulleeffamee Jira.Qaamoolee Hirmaanna Kan taasiftaan Hundaa Galataa guddaa isaaniif Galchuu Barbaanna.Galatoomaa Waaqi Warra akkanumaa Ummaata isaanii Deeggaruu nuu haa taasisuu.

  -Bahaa -Dhaas  Barnoota Sda.2ffaa   Fi   Deeggarsaa Fi Hordoffiin Hojii Gaggeeffame!  -24/2015ti Hojiin Hordoffii Fi D...
02/05/2023

-Bahaa
-Dhaas
Barnoota Sda.2ffaa Fi Deeggarsaa Fi Hordoffiin Hojii Gaggeeffame!
-24/2015ti Hojiin Hordoffii Fi Deeggarsaa Gaggeeffame.
Hordoffii Fi Deeggarsa Kanaan Hojiin
Barsiisuu ,
Qorumsaa Bara 2015 Fi
Miisoma Garaagaraa Irrat Mariin Garaagaraa Godhamuun Kallattii Fuulduraa Keeyachuun Xummuramee Jira!!!
Fi !!!!

29/11/2022
  Guyyaa 20/03/2015 Manneen Barnoota Sad.2ffaa Borbor,Dhaasii Fi Gumii Gaayoot Waldorgommiin Farra Malaamaltummaa Bifa H...
29/11/2022



Guyyaa 20/03/2015
Manneen Barnoota Sad.2ffaa Borbor,Dhaasii Fi Gumii Gaayoot Waldorgommiin Farra Malaamaltummaa Bifa Hoo'aan Gaggeeffamaa Oole, Nagaan Xumurame!!!
Barachuun Jijjiirama Amalaa Fiduudha!!!

   # M/B sad 2ffaa BorborGuyya Hardhaa(qidaame) ykn 17/03/2015 M/B sad 2ffaa Borboritti Barattootaf Barnoonni dabalataa ...
26/11/2022



# M/B sad 2ffaa Borbor
Guyya Hardhaa(qidaame) ykn 17/03/2015 M/B sad 2ffaa Borboritti Barattootaf Barnoonni dabalataa makeup fi tutorial
1.Barnoota History Barattoota kutaa12ffaa sstti=makeup
2.Barnoota Geography Barattoota kutaa 11ffaa Ss =Tutorial
3.Barnoota Biology kutaa 12Ns= Makeup
4. Barnoota Kemistiry kutaa 11Ns=tutorial
5. Barnootaa maths kutaa 10ffaa madaliin Qorumsaa kennamaa ollee jiraa
# Qulqulluun bu'aa qulquullu fidaa # #

 Barattoota kutaa 12ffaa M/B Sad.2ffaa Borbor, Dhaas fi Gumii Gaayoo kan bara2014/2015ti qorumsa seensa yuuniversiitii f...
22/11/2022


Barattoota kutaa 12ffaa M/B Sad.2ffaa Borbor, Dhaas fi Gumii Gaayoo kan bara2014/2015ti qorumsa seensa yuuniversiitii fudhattanii turtan hundaaf:-
Barattootni M/B sad.2ffaa Borbor ,Dhaas fi Gumii Gaayoo kan bara 2014ti kutaa 12ffaa barachaa turtanii gaafa Guyyaa
#30/01_11/02/2015ti qorumsa seensa yuuniversiitii fudhattanii turtan Guyyaa #14-15/03/2015ti filannoo yuuniversiitii waan guuttaniif harcaatii tokko malee dhuftanii akka guuttan M/barumsaa waamicha isiniif taasisa!

:-Guyyaa jedhamee keessatii barataa dhufe filannoo Yuuniveersitii hin guneef M/barumsaa ittii gaafatamummaa akka hin fudhanee gamanumaan cimsinee isin beeksifna!
Horaa Bulaa!!!!!!!
Mirgaan Galaa!!!!

20/09/2022

ODEEFFANNOO HAARA AANALEE GODINA KEENYAA HUNDAAF:-
Qorumsaa biyyooleessa ykn xumura kutaa 12ffaa bara 2014/15 qorumsii kan keenamuu Yuuniveersitti adda addaa ta'uu isaa kanaan duraa ibsuun beekamadha.Haaluma Kanaan Aanalee fi manneen barnoota sadarkaa 2ffaa qorumsaa kennuuf qophii taasisaa jiran irra ramaddii iddoo qorumsaa akka ibsamuuf gaafachaa turuun beekama dha.
BBO guyyaa 10/01/2015 sa'aati booda akka beeksisetti Iddoon Ramaddii Yuuniveersitti akka armaan gaditti ibsamee jira.
Haaluma kanaan ramaddiin manneen barnoota Aanalee
1. Yaaballoo 2. Bulchinsaa Magaala Yaaballoo 3. Goomolee 4. El Weyyee
5. Taltalee ramaddii isaani Yuuniveersitti Arbamincii AM- IT yoomu ta'u ,
Manneen barnoota Aanalee
1. Areero 2. Waacilee 3. Dhaas 4. Guchii 5. Mooyyalee 6. Miyoo 7. Dirree
8 Dubuluq 9. Dilloo
Ramaddiin isaani Yuuniveersitti Booranaa waan ta'eef barattootni qophii sammuu fi meeshalee akka taasiftan isiniin jenna.
Wantoota Barattootaaf Barbaachisan:-
1. Waraqaa eenyummaa kan mana barumsaa ykn kan gandaa 2. Irsaasii, qartuu fi laaphisii 3. Barataan kamiyuu adimishinii kaardii osoo hin qabatiin Yuuniveersitti qorumsaa seenu waan hin dandeenyeef adimishinii kaardii fi Kkkf akka qopheeffattan isan beeksifna.
HORAA BULAA DEEBANAA!!!"
CAARRAA GAARII!!!!!

Address

Das

DAS

Telephone

+251991846770

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wiirtuu Gurmuu Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Aanaa Dhaas posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your university to be the top-listed University?

Share