Fatwaa Ilmii Islaamaa Burqaa Madda Walaabuu

Fatwaa Ilmii Islaamaa Burqaa Madda Walaabuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fatwaa Ilmii Islaamaa Burqaa Madda Walaabuu, College & University, Oromiyaa, Godina Baalee, Aanaa Madda Walaabuu, Robe.

27/04/2026
30/04/2023

WALII GALAN ALAA GALAN
WALMARII MARABBAAN WAA TOLAN
TOKKOOMAN WAYYOOMAN
HUBADHAA YAA OROMOO SABA KIYYA.

09/04/2023
30/07/2022

Hadiisaa akkaan Nama Rifachiisu kana osoo hin dubbiisin birra hin darbin!
============================== =====
Nabbiin keenyaa ﷺ waa,ee fatanaan guyyaa qiyaamaa irraa yeroo dubbatan akkan jedhan .
Rabbiin(S W) guyyaa qiyaamaa ilmaa nama hunda wantoota Afuur(4)irraa gaafata.
1=umrii kee maalitti fixee?
2=Bekumsa kee maalitti fixee?
3=Qabeenya kee maalitti fixee?
4=Dargagummaa kee maalitti fixee ?
Booda kan qormaaticha darbee fi kan kufes akka gara jannata deeman ajaja jedhan garuu osoo jannata hin geenye Riqicha # jahannam gubbatti argamu kan # siraax jedhamu.kan Rifeensarra qal,aa kan seyfirra qaraa kan jalli isaa jahannam gubbarra darbuun dirqama.
Kan qormaaticha ittiin dabran akkuma hojii isaaniitittidha
~gariin akka hangaassu
~gariin hamma Liphsuu ijaa
~gariin akka farda collee
~gariin akka Nama akkaan figutti
Riqicha kana irraa darbaa osoo jiruu Namni hojiin keeyrii isaa baay,ee xiqqaa ta,e kan lafa irra shorroqu tokko dhufe jedhan yeroo kana Riqicha kana gubbaa shorroqaa hookkoo Riqicha irratti argamuun qaamni isaa kukutamee garuu wanta hojii keeyrii qabuuf shorroqaatuma gara jannata darba jedhan .
Guyyaa san dilii tee hunda mataa irratti ba'atta.
Ulfaatina dilii irraa kan ka,ee warri qormaata kufe hundii Riqichaa kana irraa harca,anii jahannamitti dhuman jedhan
Subhaan Allah
Rabbiin Nagayaan nuhaa Baasu

29/07/2022

Biyyoota nabiyyoota beektu kan beektan yaadachiisa kan hin beekne barumsa ta'a
1 Aadam (A.S) = Hindidha
2 Nuuh (A.S) = Jordaan
3 Shu'eeyib (A.S) = sooriyaa
4 Ibraahim (A.S) = falasxiin
5 Ismaa'il (A.S) = Sa'udi Arabiyaa
6 Yaaqub (A.S) = falasxiin
7 Yahyaa (A.S) = falasxiin
8 Zakariyaa (A.S) = falasxiin
9 Isahaaq (A.S) = falasxiin
10 Yuusuf (A.S) = falasxiin
11 Luux (A.S) = Iraaq
12 Ayyuub (A.S) = Jordaan
13 Huud (A.S) = Yaman
14 Al yasa'i (A.S) = Sooriyaa
15 Muusaa (A.S) = Gibthi
16 Haarun (A.S) = Gibthi
17 Saalih (A.S) = Yaman
18 Suleeymaan (A.S) = Gibthi
19 Eliyaas (A.S) = falasxiin (Jerusalem)
20 Daawud (A.S) = Iraan
21 Iisaa (A.S) = falasxiin (Jerusalem)
22 Idriis (A.S) = Masri
23 Yuunus A.S) = Iraan
24 Zulkifl(A.S) = Jordaan
25 Nabii Muhammad ﷺ Sa'udi Arabiyaa
Addunyaaf Ergaman
Nabiyoota hundaa booda kan Ergamaan Nabii Muhammad ﷺ garuu kan Dura hulaan jannataa irraa banamtuu Kan dura Jannata seenu Nabii Muhammad ﷺ
Ammas Ummata Nabiyoota kamiitu durse ummannii Jannaata seenu ummata Nabii Muhammad ﷺ
Rabbiin nama sunnaah isaanii hordofe Jannaata milkaayu nuu haa taasisii inshaa Allaah
Sher .godhaa wol yaadachiisa Barakallaahu Fiikum

Address

Oromiyaa, Godina Baalee, Aanaa Madda Walaabuu
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fatwaa Ilmii Islaamaa Burqaa Madda Walaabuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share