20/09/2024
Borii keenya bareechuuf,
Halkaniif guyyaa kaattaa.....
Beelaaf dheebuu hin jettu
Waanuma argatte nyaattaa........
Ati naaf qaama kooti,
Muddama koo gaggabdaa......
Gammachuus ta'ee rakkoo
Dursitee na qaqqabdaa.........