14/08/2025
ዕብራውያን ናቸውን? እኔ ደግሞ ነኝ። የእስራኤል ወገን ናቸውን? እኔ ደግሞ ነኝ። የአብርሃም ዘር ናቸውን? እኔ ደግሞ ነኝ። የክርስቶስ አገልጋዮች ናቸውን? እንደ እብድ ሰው እላለሁ፤ እኔ እበልጣለሁ፤ በድካም አብዝቼ፥ በመገረፍ አብዝቼ፥ በመታሰር አትርፌ፥ በመሞት ብዙ ጊዜ ሆንሁ። አይሁድ አንድ ሲጎድል አርባ ግርፋት አምስት ጊዜ ገረፉኝ። ሦስት ጊዜ በበትር ተመታሁ፤ አንድ ጊዜ በድንጋይ ተወገርሁ፤ መርከቤ ሦስት ጊዜ ተሰበረ፤ ሌሊትና ቀን በባሕር ውስጥ ኖርሁ። ብዙ ጊዜ በመንገድ ሄድሁ፤ በወንዝ ፍርሃት፥ በወንበዴዎች ፍርሃት፥ በወገኔ በኩል ፍርሃት፥ በአሕዛብ በኩል ፍርሃት፥ በከተማ ፍርሃት፥ በምድረ በዳ ፍርሃት፥ በባሕር ፍርሃት፥ በውሸተኞች ወንድሞች በኩል ፍርሃት ነበረብኝ፤ በድካምና በጥረት ብዙ ጊዜም እንቅልፍ በማጣት፥ በራብና በጥም ብዙ ጊዜም በመጦም፥ በብርድና በራቁትነት ነበርሁ። የቀረውንም ነገር ሳልቆጥር፥ ዕለት ዕለት የሚከብድብኝ የአብያተ ክርስቲያናት ሁሉ አሳብ ነው።
2ኛ ወደ ቆሮንቶስ ሰዎች 11:22-28
(2 Qorontos 11 )
------------
22 Warra Ibrootaa waan ta'aniifii? Anis akkasuma; warra Israa'el waan ta'aniifii? Anis akkasuma; sanyii Abrahaam waan ta'aniifii? Anis akkasuma;
23 hojjetoota Kristos waan ta'aniifii? Isatti immoo ani nan caala. Kana akka nama qalbii dabarseettan dubbadha; ani baay'ee caalchisee itti dadhabee, baay'ee caalchisees itti hidhamee, rukuttaa lakkoobsa hin qabneen rukutameera, yeroo baay'ees ani afaan boollaa ga'ee deebi'eera.
24 Ani si'a shan harka Yihudootaatti qacceedhaan afurtama tokko hir'uu reebameera.
25 Si'a sadii uleedhaan dhaanameera; si'a tokko dhagaadhaan rukutameera; si'a sadii caccabaa markabaa irran ture; guyyaa tokkoo fi halkan tokkoof galaana keessan ture.
26 Ani adeemsa har'aa borii keessatti bishaan guutuudhaan doorsifamaa, warra saamtuudhaan doorsifamaa, saba kootiin doorsifamaa, warra saba koo hin ta'iniin doorsifamaa, mandara keessatti doorsifamaa, lafa onaa keessatti doorsifamaa, galaana irratti doorsifamaa, obboloota sobaatiin doorsifamaa tureera.
27 Hojiitti dadhabuu, rakkina, halkan baay'ees hirriba malee buluu, beela, dheebuu, yeroo baay'ee hagabuu taa'uu, qorra keessatti qullaa ta'uu baachaan ture,
28 Kana malees, guyyaa guyyaatti waldoota Kristiyaanaatiif yaadda'uun anatti ulfaachaa jira.
29 Namni tokko in dadhaba yoo ta'e, ani immoo isaa wajjin hin dadhabuu ree? Namni tokko cubbuutti yoo kuffifame, waa'ee isaatiif garaan koo ana hi