Abdii Aloo Jiloo

Abdii Aloo Jiloo Oromiyaa biyyaa Abbaa Koo

Seenaa Awwaalcha Rassuulaa ﷺ Irraa Mee Maal Beeyta?!••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Namni Qaama Ra...
24/11/2025

Seenaa Awwaalcha Rassuulaa ﷺ Irraa Mee Maal Beeyta?!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Namni Qaama Rasuulaa ﷺ Dhiqee Eenyu Namni Isaan Awwaalee hoo? Akkaataa Du'a Rasuulaa ﷺ Irraa Mee Maal Beekta? Dubbisii

Qaama Rasuulaa ﷺ Eega isaan du'anii booda namni dhiqe!!!
1]] Aliyyi ibnu Abii Xaalib
2]] Abbaas ibnu Abdulmuxxalib
3]] Qasam ibn Abbaas
4]] Fadli ibnu Abbaas
5]] Usaamaa ibn Zeeydii
6]] Shaqraan Gabra Rasuulli ﷺ Bilisoomse Kan Tahe...

Abbaasii fi Ijoolleen isaa lamaan qaama Rasuulaati ﷺ Olii fi Gad Qaban. Usaamaanii fi Shaqraan Bishaan itti Buusan, Garuu Aliyyi Nidhiqee!

Aliyyi ibnu Abii Xaalib Rasuulli ﷺ qaamni isaanii hin jijjiiramne jedhee itti Aansuun ammaas yaa habiiballaah gaafa lubbuun jirtuu fi eega duutees way numa urgoofta jedhee erga Salaatul-janaazaa kopha Kophaatti irratti salaatan booda qabrii isaaniif qotan. Namni yeroo duraatiif qabrii qotuu jalqabe Abuu Xalahaadha garuu booda irratti ummanni ansaaraatiis itti hirmaatanii turan.

Du'a jalaa namni najaa ba'u hin jiruu osoo kan jiraatu ta'ee Ergamaa Rabbiituu ﷺ najaa ba'a turaanii Rasuulli akkas jedhan yaa ilmaan namaa aniis niin du'aa isiniis ni duutu jedhan.

Ergamaan Rabbii ﷺ akki jedhan gowwaa namaati jechuun nama aakiraa ofii dagate jedhan { Duniyaan meeshaa ergisaati }
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Rabbiinis Suuratul Aala Imraan Keessatti Akki Jedhu
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَة
فَمَنْ زُحْزِحَ عَنِ النَّارِ وَأُدْخِلَ الْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا
إِلَّا مَتَاعُ الْغُرُورِ
Marti lubbuutu dhandhamtuu du'aati kan hin guuttamtan mindaalee keessan guyyaa qiyaamaati namni fageeffame ibidda irraa dhugaa milkaa'e jiruun duniyaa waa hin taane meeshaa daguu malee!!!

الْلَّهُم صَلِّي عَلَى سَيِّدِنَا مُحَمَّد وَعَلَى الِه وَصَحْبِه وَسَلِّم❤

Yoo dubbiftee fixxe obboleeyyan keetiif SHARE godhii kan dagate yaadachiisi kan hin beekne barsiisi. Jazaakumullaahu Keeyran
Facebook 𝙃𝒖𝙨𝒏𝙪𝒍 𝑲𝙝𝒖𝙡𝒖𝙦

22/07/2025

Hogansa quqama qabuu fi hojii Uummaata qofti Amaanuu Awwal Rashiid

22/07/2025

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Aloo Jiloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abdii Aloo Jiloo:

Share