Dadimos College

Dadimos College Dadimos College is Reputed Ethiopian Private College. Accredited under Ethiopia Education Autority.

Vision
Inspired to be nationally leading private learning institution in education and research excellence.

🎓 Kolleejjii Dadimos keessatti Carraawwan Daangaa Hin Qabne simadhaa!  🌟 Barnoota sadarkaa olaanaa damee daldalaa, fayya...
08/10/2023

🎓 Kolleejjii Dadimos keessatti Carraawwan Daangaa Hin Qabne simadhaa! 🌟

Barnoota sadarkaa olaanaa damee daldalaa, fayyaa, fi Teeknolojii irratti argamu filannoon fudhaa. Kolleejjiin Dadimos filannoo yeroo barnootaa kessaniif ni mijeessa. idilee, dhuma torbee, Ekstenshinii, ykn fagoo.

Leecalloo barnootaa addaa fi amanmummaa qabnuun, seenaa milkaa'ina keessan bocuuf as jirra. Har'a galmaa'aa dandeettii keessan gabbisaa!

🎓 በዳዲሞስ ኮሌጅ ገደብ የለሽ እድሎችን ያግኙ!  🌟 በቢዝነስ፣ በጤና እና በአይቲ መስኮች የትምህርት ቁንጮን ይለማመዱ።  ዳዲሞስ ኮሌጅ በተለዋዋጭ የአሰራር ዘዴዎች ምርጫ ያበረታታዎታል፡ መ...
15/09/2023

🎓 በዳዲሞስ ኮሌጅ ገደብ የለሽ እድሎችን ያግኙ! 🌟

በቢዝነስ፣ በጤና እና በአይቲ መስኮች የትምህርት ቁንጮን ይለማመዱ። ዳዲሞስ ኮሌጅ በተለዋዋጭ የአሰራር ዘዴዎች ምርጫ ያበረታታዎታል፡ መደበኛ፣ ቅዳሜና እሁድ፣ ማራዘሚያ ወይም የርቀት ትምህርት። በእኛ ልዩ የአካዳሚክ ሀብቶች እና ለላቀ ቁርጠኝነት፣ የስኬት ታሪክዎን ለመቅረጽ እዚህ መጥተናል። ዛሬ ይመዝገቡ እና አቅምዎን ያልቁ!

#ዳዲሞስ ኮሌጅ #ገደብ የለሽ እድሎች #እውቅናትምህርት #ቢዝነስ #ጤና #አይቲ #እውቅና

🎓 Kolleejjii Dadimos keessatti Carraawwan Daangaa Hin Qabne simadhaa!  🌟 Barnoota sadarkaa olaanaa damee daldalaa, fayya...
14/09/2023

🎓 Kolleejjii Dadimos keessatti Carraawwan Daangaa Hin Qabne simadhaa! 🌟

Barnoota sadarkaa olaanaa damee daldalaa, fayyaa, fi Teeknolojii irratti argamu filannoon fudhaa. Kolleejjiin Dadimos filannoo yeroo barnootaa kessaniif ni mijeessa. idilee, dhuma torbee, Ekstenshinii, ykn fagoo.

Leecalloo barnootaa addaa fi amanmummaa qabnuun, seenaa milkaa'ina keessan bocuuf as jirra. Har'a galmaa'aa dandeettii keessan gabbisaa!

09/10/2022

Koolleejjin Daadimoos ijoollee harka qalleeyyii daandii irra jiraataniif deeggarsa meeshaalee barnootaa fi affeerraa laaqanaa taasiseefii jira.

Dilbata Fulbaana 29-2015 ijoollee mooraa Akkaadaamii Noobeel keessatti waggaa guutuu kunuunsi qilqullinaa fi barumsi idilee kennamaafii ture mana barumsa idileetti galchuuf karoorfatame cinaa dhaabbatuuf kan raawwatameedha. Waldaan tola ooltummaa Akkaadaamii Noobeel kan barsiisota fi barattoota irraa ijaarame daa'imman 60 ol ta'an mooraa mana barumsichaa keessatti kunuunsi laatamaafi ture.

Waldaan kun daa'imman kanneen torban torbaniin miila hanga mataatti qulqullina isaanii eegaa soorata laaqanaa dhiyeessun barumsa akka baratan fi araada irraa akka qulqullaayan irratti dalagaa ture. Bara barumsaa 2015 kana gara barumsaatti seensisuuf karoora baafate irratti hundaayun deeggarsa gaafataa turee jira. Deeggarsa namummaa kana kan taasisan Injinar Abdulhalim Kadiir Abbaa qabeenyaa fi Walitti qabaa Boordii Koolleejjii Daadimoos dhaloota kana barsiisun dirqama keenya jechuun ijoollen kun barumsa akka seenan jajjabeessun meeshaalee barumsaaf isaan barbaachisu gama waldaan tola ooltummaa Ak. Noobeelin gumaachanii jiru.

Sagantichi iddoo bakka bu'oonni dhaabbilee mootummaa fi miti mootumaa affeeramanitti kan gaggeeffame yoo ta'u hirmaattonni dalagaan tola ooltummaa akkanaa jajjabeeffamuu akka qabu dhaamanii jiru.
https://t.me/dadimosc/86

🔈Call for applications for the Ethiopian Civil Aviation Authority(For Fresh Graduates)-Number of Positions: 33 with 0 ex...
18/09/2022

🔈Call for applications for the Ethiopian Civil Aviation Authority(For Fresh Graduates)

-Number of Positions: 33 with 0 experience

Qualification: BSc / BA Degree in computer science, electrical engineering, English-teacher, geography, information technology, mechanical engineering, medical-doctor, medical-laboratory-sciences, nurse, physics-teacher.

For more info and how to apply 👉 https://ethioworks.com/1650-2/

DaDadimos CollegeoDadimos College

Muummeewwan barumsaa Dalagaa Hoggansa Biznasii fi dinagdee keessan ittiin utubdan kennaa jirra Galmeen banaadha.
20/08/2022

Muummeewwan barumsaa Dalagaa Hoggansa Biznasii fi dinagdee keessan ittiin utubdan kennaa jirra Galmeen banaadha.

🔈Call For ApplicationsAn opportunity to launch a career that has technology and impact at its core is coming up soon. Th...
18/08/2022

🔈Call For Applications

An opportunity to launch a career that has technology and impact at its core is coming up soon.

The days are counted before the end of the call for applications. Please make sure to apply as soon as you can.

The registration deadline is on August 30th, 2022.

The internship duration is from September 26-November 11, 2022 with and .

Register here: https://lnkd.in/esd36E9n

Awaqi

Join Dadimos either in Degree or TVET program. Study full time in Regular modality or at weekend.
07/05/2022

Join Dadimos either in Degree or TVET program. Study full time in Regular modality or at weekend.

Address

01
Shashemene
600

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:30
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 11:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dadimos College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Dadimos College:

Share