GADA PRESS

GADA PRESS Bosonni keenya Uummata keenya.

kanaaf hin cabdukoomeen kee dhubbee bishaan kuusulleejalli faanakee dhiiga buusulleeGalaan kee seexaa , miilli kee xiiqi...
23/10/2025

kanaaf hin cabdu
koomeen kee dhubbee bishaan kuusullee
jalli faanakee dhiiga buusullee
Galaan kee seexaa , miilli kee xiiqii
Nan nuffe hin jettuu beelaaf siqiqii
jaal Sooressaa Hundarraa

Uummata keessaniif warri kuffiiftanii kuftan Milishoonni Godina wallagga bahaa Aanaa kiraamuu galanni keessan guddaadha ...
23/04/2025

Uummata keessaniif warri kuffiiftanii kuftan Milishoonni Godina wallagga bahaa Aanaa kiraamuu galanni keessan guddaadha faandoo dacheetti dabaluun gara kuteenya akka keessan kanaa gaafata

Duula irbuu shinniggaa Injifannoo KuyyuuWBOn mirgaan galee jira
23/06/2024

Duula irbuu shinniggaa
Injifannoo Kuyyuu
WBOn mirgaan galee jira

 Baha Shaggar Ona Fantaalleetti WBO Mortara 3 fi Zu23 1, Booji'ee jira. Waraanni diinaa Hedduuniis Booji'amteetti. Diinn...
20/06/2024


Baha Shaggar Ona Fantaalleetti WBO Mortara 3 fi Zu23 1, Booji'ee jira. Waraanni diinaa Hedduuniis Booji'amteetti. Diinni uummata Oromoo, PPn Network Uummata irraa Balleessuun Duula Guyyaa 100 Labsitee Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Karoorsitus irree WBOn Fashalaa Jira. Leencichi Geejjibaa Ishii Gubee Qamqamaateeraa 💪.

05/06/2024

Jaal Eebbisaa R.
Lolaa fi Lolchiisaa

~Yeroo amma kana magaala naqamteeNaannoo mahileeti jedhamutti wbonPp Oraalii lama irraatti injifannoo galmeesseera.Via J...
18/04/2024

~Yeroo amma kana magaala naqamtee
Naannoo mahileeti jedhamutti wbon
Pp Oraalii lama irraatti injifannoo galmeesseera.
Via Jl shooddee

Breaking news Eebila 13/2024 galgala sa'a 12:00 irraa eegalee sababa wareegamuu jaal battee urgeessaa fi ajjeefamuu namo...
12/04/2024

Breaking news
Eebila 13/2024 galgala sa'a 12:00 irraa eegalee sababa wareegamuu jaal battee urgeessaa fi ajjeefamuu namoota nagaan walqabatee uggurri gabaa fi geejjibaa yeroo hin beekamneef labsamee jira.

05/03/2024

Of eeggannoo Magaalaa Naqamteetti tikni pp namoota qabaa waan jirtuuf qeerroon oromoo of eeggannoo akka gootan isiniin jenna

02/03/2024

Share
PP'n Duula Akkuma kalleessaa Ibsaa turre PP'n Duula Waraanaa Bantee jirti. Fkn.
Najjoo, Mandi, L/Sibuu, Q/Kaarraa, B/Gambel halkan irraa Gandoota hundatti bobba'ani jiru . Konkolaataan uummataa dirqamaan RIB baadiyyaati guuraa Jira. Basaastonni immoo Odeeffannoo sochii WBO funaantee RIB kennaa jirti.

Waraanni Abiy abdii kutatanii WBOtti harka kennatan
13/02/2024

Waraanni Abiy abdii kutatanii WBOtti harka kennatan

Maal jette ppn WBO fixnamoo ofii dhumna jette isheen Amma
09/02/2024

Maal jette ppn WBO fixnamoo ofii dhumna jette isheen Amma

Address

Ambo
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GADA PRESS posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share