Salale University Muslim Jama'a Students

Salale University Muslim Jama'a Students Allah

  fi Ityoophiyaa Ityoophiyaafi sudaan rakkoo isaan gidduu jiru karaa nagaan ,mariidhan furuuf qophaa ta'uu ibsaan.Keeniy...
05/07/2022

fi Ityoophiyaa

Ityoophiyaafi sudaan rakkoo isaan gidduu jiru karaa nagaan ,mariidhan furuuf qophaa ta'uu ibsaan.

Keeniyaa naayiroobii kan jiran muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad jeneraal Abduul faata Al- buruuhanii waliin marii taasisaniiru.

Maariichaa ilaalchiise miidiyaa hawaasumma isaanii irratti biyyoonni lammaan karaa nagaan wantoonni hojjeechuu qabnuu akka jiran mirkanneesineera jedhan.

Waliitti dhufeenyii qabnuu garaagaruuma kan caaluudha kan jedhan dooktaar Abiy Ahimad nu lammaanu wantoota duraan hin furamnee karaa nagaan ,mariidhan furuudhaf kutaata ta'uu keenya mirkanneesineera jechuudhan himaniiru.

Dorgommiin Qur'aana Idil-addunyaa boru Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffama.Dorgommiin Qur'aana idil addunyaa boru gan...
12/06/2022

Dorgommiin Qur'aana Idil-addunyaa boru Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffama.

Dorgommiin Qur'aana idil addunyaa boru ganama Istaadiyeemii Finfinneetti akka gaggeeffamu mootummaan hayyama kennuu isaa hubatameera.

Akka Harun Media gabaasetti, sagantichi boru Waxabajjii 6,2014 akka gaggeeffamu qindeessitoonni beeksisaniiru.

Mootummaan Naannoo Amaaraa haleellaa irraa deddeebiin Muslimoota naannichaarratti raawwatamu ilaalchisee kanneen badii r...
29/04/2022

Mootummaan Naannoo Amaaraa haleellaa irraa deddeebiin Muslimoota naannichaarratti raawwatamu ilaalchisee kanneen badii raawwatan irratti tarkaanfiin seeraa gahaa fudhachaa hin jiru jechuun Manneen Maree Dhimmoota Islaamummaa Naannolee fi Boordiin Majiliisa Federaalaa qeeqan.

Tarkaanfiin sirriin waan hin fudhatamiiniif haleellaan irra deddeebiin Musliimotaa fi masjiidota irratti raawwatamaa jira jedhan ibsa waloo haleellaa Kibxata Gondaritti raawwatame ilaalchisee baasaniin.

Pireezidantiin Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa /Majiliisaa/ Muftii Haaji Umar Idiriis gama isaaniin haleellaa Gondaritti raawwateen wal-qabatee qaamoleen nageenyaa mootummaa dirqama isaanii hin bahanne jedhan.

Haleellaa Eebla 26 magaalaa Gondaritti Musliimota irratti raawwatameen namoonni 20 yoo ajjeefaman, 150 ol madaa'uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Amaaraa beeksisee ture.

Haleellaa kanaan masjiidonni, dhaabbileen daldalaa fi manneen jireenyaa Musliimotaa hedduun gubachuus ibseera.

Manneen Maree Dhimmoota Islaammummaa naannolee fi Bordiin Majiliisa Federaalaa ibsa waloo baasaniin haleellaa Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti raawwate "gocha shororkeessummaati" jedhan.

Haleellaa kanaan namoonni 20 ol du’uun, 100 ol ammoo madaa’uu akkasumas "dubartoonni lakkoofsi isaanii muraasa hin taane gudeedamanii, masjiidonnii hedduun fi Qura’aannii gubateera’’ jedhe ibsi kun.

Suuqiwwaan daldalaa hordoftoota amantii Islaamaa magaalaa Gondar jalaa saamamuufi gubachuulle eere.

Haleellaa lubbuu namaa galaafachuun, qabeenya mancaase kana "Kiristaanota Orotodoksii fiinxaleeyyii" ta'antu raawwate jedha ibsichi.

"Haleellaa shororkaa irra deddeebiin Muslimootarra dhaqqabu nama itti gaafatamu kan hin qabne fi yakkamtootatti adabbii itti muruu caala, qondaaltoonni naannichaa tokko tokko irra dibanii bira darbuu akka imaammataatti fudhachuu isaanitu rakkinicha hammeesse," jechuun himata.

Kanaan duras haleellaan walfakkaatu naannoo Amaaraa bakkeewwan akka; Mooxaa, Istee, Bichaa

09/09/2021

As wr wb Akkam nagaha jirtuu obbooleewwan Muslima gocha warri jibbiinsa amanaataa teenya irra qabuuf jedhee barattoota Muslima salaale universityi jiran irraatti raawwataa jiraniif sagalee haa taan obbooleewwan Muslima armaan gaditti maqaan isaani eerame kanniin
1,Qasim Husen
2,Mohammedamin Abdu
3,Sayidaa Husen
guyyaa sadii dura moora yuniversiiti keessa fuudhani bakka kan geessaniin hin beekkamne diinonni kunniin jibbiinsa Muslimaa irraa qabaniif jecha shoorarkeessa jedhanii maqaa badii nuuf moggaasuudhaf kana nurratti raawwatu waan taheef waliif sagalee taane qaama dhimmi ilaalus furmaata gaafachuu qabna.
Qaamni dhimmi ilaalus akka nuuf birmattan isin gaafatamaa!!!!!!!!!

24/04/2021
24/04/2021

Amen Allah humma amen

13/02/2020
Anfiquu mimmaa razaqnaa k*m jedha rabbiin quraana ofiitiin yeroo dubbatu subahaanallah.kaaf obboleewwan keenya bira haa ...
29/01/2020

Anfiquu mimmaa razaqnaa k*m jedha rabbiin quraana ofiitiin yeroo dubbatu subahaanallah.
kaaf obboleewwan keenya bira haa dhaabannu.

Yaa ummata  islaamaa rabbiin diin kanaaf malee waan biraa takkaaf nu hin uumne sababni nu lafa kanarra jiraannuuf rabbii...
24/12/2019

Yaa ummata islaamaa rabbiin diin kanaaf malee waan biraa takkaaf nu hin uumne sababni nu lafa kanarra jiraannuuf rabbiin gabbaruudha kan isa ittiin gabbarruufi beeknus diin kana. Universityin diin immoo masjida isaati. yeroo universityin diin islaam gubatu maal eegna? maaliif jiraanna hoo? subahaanallaahi!!!

hiriyoottan keessan hundaaf share fi like gochuu hin dagatina jenna barattoonni SALALE University hundi keessan.
27/09/2019

hiriyoottan keessan hundaaf share fi like gochuu hin dagatina jenna barattoonni SALALE University hundi keessan.

Address

Sululta

Telephone

+251910167194

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Salale University Muslim Jama'a Students posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Salale University Muslim Jama'a Students:

Shortcuts

Share