15/09/2022
Ijoolle! Abboota keessanii fi haadhota keessaniif abboomamaa! Kun gooftaa duratti qajeelaadha.
Abboommiin inni dura abdii wajjin kenname, "Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni!" isa jedhuudha.
Abdichis, "Gaarii akka siif ta'utti, lafa irras bara dheeraa akka jiraattutti!" jedha. Isin immoo abboota nana! Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa!
Efesoon 6:1-4
" ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና።"" መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት።"" እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።"
(ወደ ኤፌሶን ሰዎች 6:1-4)Ijoolle! Abboota keessanii fi haadhota keessaniif abboomamaa! Kun gooftaa duratti qajeelaadha.
Abboommiin inni dura abdii wajjin kenname, "Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni!" isa jedhuudha.
Abdichis, "Gaarii akka siif ta'utti, lafa irras bara dheeraa akka jiraattutti!" jedha. Isin immoo abboota nana! Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa!
Efesoon 6:1-4
" ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና።"" መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት።"" እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።"
(ወደ ኤፌሶን ሰዎች 6:1-4)