27/09/2022
Kutaatukoo yaa tiruu
Jaallaankee hunduu
Kunoo har'aas jiru
Baga geessee masqaala
Yoo karaan fagaateeyyuu
Qaroonkoo har'aas silaala
Baga geessee kormeekoo
Qabsootuu yaada tokkoo
Maatiin naaf ga'ii dhaamsa
Naaf jedhiin baga geessan
%%%%%%%%%%%%%%%%