Kolfa qofaaf

Kolfa qofaaf Dheerina arraba namaa hin danda'an safaruu
Kan arraba an dheerattu dhiisi hin dhuufin na baruu

30/06/2025

🙆🙆

30/06/2025

🥴🥴

30/06/2025

Anumaaf si keessaa tokkoon keenyat gaabbaaaaaaa

🥺
30/06/2025

🥺

30/06/2025

Kanaaf jenne jechuuf jenne isa jennu sanatu oduu minyeessa dhiisaamee

30/06/2025

Gaafuma caban okkoluu baru jechuufis cabnee okkoluu wallaalleerrabboo

12/02/2025

Namni inaaffaa bare udaan guddina inaafa jedhan

26/12/2024

Sichillee humna hin qabu isa dhumaa raata'e🎧

14/12/2024

Ana ilaalaa abdii kutadhaa biyya lafaarraa🥺

27/10/2024

Hin falfale falfalaan jedhe Nadhiin😄

27/10/2024

Gandummaa jechuun maal jechuudhaa laata?

28/08/2024

Bara haaraatti waan kiisiidhaa qabnus, kan baankiidhaa qabnus Hunda fixnee buukii (dabtara baankii) haaraa akkasumas chiikii moofaa lollee chiikii haaraa waan hundumaa haaraadhaan bara haaraatti ce'uuf qophii xumurree jirra😄

Address

Welega
Tulu Dimtu
EBOONLYONE

Telephone

+251974140704

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kolfa qofaaf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kolfa qofaaf:

Share