06/05/2026
Namoota hundaan ofii hin maddalin sababni isa isaan siif safartoo ofii ilaaluu ( Maddaluu ) keeti ta'u waan hin dandeenyeef.
sadiit of-walalta
#1 Namoota ofii maddalun akka atin ofii hin beekne sii tasiisa
#2 Mul'ata akka hin qabne sii tasiisa
#3 Guufuu milkaa'ina ketiti
Turaππππ