19/08/2026
Buleeyyii Kolleejjii Pooliiteeknikaa Yaaballoo Hundaaf
Yooyyaa!! Nageennii isin badhaadhaa!!
Adoolleessaa Daadoo!!
Akkummaa Leenjii bara 2018 xummurree Bara Leenjii 2019 tiif Kolleejjiichi Qophii taasisa jiraachu isaa isin hubachiisaa , Gaafa Guyyaa 25/12/2018 irraa hanga Qaammee 3/2018 Adabbiin Qaammee 4-5/2018 waan ta'eef akkasumas Leenjii Bara 2019 kan jalqabuu Fulbaana 4/1/2019 ta'uu Hubachuun Ragaa Barbaachiisaa ta'ee hundaa qabachuun guyya jedhametti Kutaa Rijistiraara Kolleejjiichaatti akka Galmooftan Kabajaan isin Beeksifna.
Hubachiisa:
- Leenjifamaa Guyyaa jedhameen alatti Dursee ykn Dabarsee dhufuu hin keessumeesinu.
- Leenjifamaan kammiyyuu Ragaa (Xalayaa) "Apparentship" iddoo itti shaakalee irraa qabatee dhufuun diqamaa
****Bara Leenjii Gaarii*****
**Horaa Bulaa**