Borana University

Borana University "Dedicated to Resilient Pastoral Future"

የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ መልቀቂያ ፈተና ለተሳተፉ የፌደራል ፖሊስ አባላት እና የፈተና አስፈፃሚዎች የምስጋና መርሃ ግብር ተካሄደ።የቦረና ዩኒቨርሲቲ፣ ሐምሌ 17/2018 ዓ.ምላለፉት ተከታታ...
24/07/2026

የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ መልቀቂያ ፈተና ለተሳተፉ የፌደራል ፖሊስ አባላት እና የፈተና አስፈፃሚዎች የምስጋና መርሃ ግብር ተካሄደ።

የቦረና ዩኒቨርሲቲ፣ ሐምሌ 17/2018 ዓ.ም

ላለፉት ተከታታይ ሳምንታት በቦረና ዩኒቨርሲቲ በወረቀትና በኢንተርኔት (ኦንላይን) ሲካሄድ የቆየው የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል የተፈጥሮ እና ማህበራዊ ሳይንስ ሀገር አቀፍ ማጠናቀቂያ ፈተና በሰላም እና በስኬት ተጠናቋል። ዩኒቨርሲቲውም ፈተናው ያለምንም እንከን እንዲጠናቀቅ በግቢው ተመድበው ከፍተኛ አስተዋጽኦ ላበረከቱ የፈተና አስፈፃሚዎች እና የፌደራል ፖሊስ አባላት የምስጋና እና የእውቅና መርሃ ግብር አካሂዷል።

በመርሃ ግብሩ ላይ በመገኘት ንግግር ያደረጉት የቦረና ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር በፈቃዱ ጨመረ፤ አስፈፃሚዎቹ እና የፖሊስ አባላቱ ፈተናው ተጀምሮ እስኪጠናቀቅ በነበራቸው ቆይታ ላሳዩት ሙያዊ ትጋትና ጥንካሬ የተሰማቸውን ላቅ ያለ ደስታ በመግለጽ ምስጋና አቅርበዋል።ፕሬዝዳንቱ አክለውም፣ ፈተናው ያለምንም መስተጓጎል በሰላም እንዲጠናቀቅ የበኩላቸውን ከፍተኛ ድርሻ በተለያየ ዘርፍ ላበረከቱት የዩኒቨርሲቲው የፈተና አስተባባሪዎች አድናቆታቸውን ገልጸው አመስግነዋል።

በመቀጠልም የቦረና ዩኒቨርሲቲ የፈተና ማዕከል ክላስተር ኃላፊ አቶ ወንዳፍራሽ ተኮላ፤ በትምህርት ሚኒስቴር እና በፈተና አስፈፃሚዎች ስም በዩኒቨርሲቲው በነበራቸው ቆይታ የተሰማቸውን ደስታ ገልጸው፣ ለተደረገላቸው መልካም አቀባበል ለአጠቃላዩ የዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብ ምስጋና አቅርበዋል።

በተመሳሳይ፣ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና የፌደራል ፖሊስ አስተባባሪ ም/ኮ/ር ደሳለኝ ሄራኖ ባደረጉት ንግግር፤ በዩኒቨርሲቲው የተደረገላቸው አቀባበል እጅግ አስደሳች እንደነበር ጠቅሰው፣ በቆይታቸው ያዩትን መልካም ተሞክሮ በማድነቅ በመላው የፖሊስ አባላት ስም ጥልቅ ምስጋናቸውን አስተላልፈዋል።

በፕሮግራሙ ላይም፣ ለፈተና አስፈፃሚዎች እና ለፌደራል ፖሊስ የቦረና መገለጫ የሆኑ ባህላዊ አልባሳት ስጦታ ተበርክቷል ።

የቦረና ዩኒቨርሲቲ፤ በፈተናው ወቅት የኢንተርኔትና የኤሌክትሪክ አገልግሎት በተሳለጠ መልኩ እንዲቀጥል በማድረግ ለፈተናው ስኬት ላበረከቱት ዘርፈ ብዙ አስተዋጽኦ ለኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት በሻሸመኔ ሪጅን የያቤሎ አገልግሎት ማዕከል እና ለኢትዮ ቴሌኮም ያቤሎ ቅርንጫፍ የላቀ ምስጋናውን ያቀርባል።

​"Dedicated to Resilient Pastoral Future"

ዓለም አቀፍ ግንኙነት ሥራ አስፈፃሚ

ለተጨማሪ መረጃ በማኅበራዊ ትስስር ገጾቻችን ይከተሉን፡-

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
Telegram: https://t.me/BRU_Official1
Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1
Website: www.bru.edu.et
YouTube: https://www.youtube.com/
E-mail: [email protected]

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii  Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma k...
23/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma karoorfameetti milkaa’inaan xumurame

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 16,2018

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa Kanaan dura qorumsootni damee Saayinsii Hawaasaa marsaa 6ffaa sirna koompiitaraan fudhatamaa turan bara barnootaa 2018, har’a nagaan fi milkaa’inaan xumurameera. Yuunivarsitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalaa duree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’ee fayyadamuun kan kenname yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa turaniiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Odeeffannoo dabalataaf marsariitiiwwan hawaasaa keenya armaan gadii nu hordofaa:
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
Telegram: https://t.me/BRU_Official1
Facebook:

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 3ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqab...
23/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 3ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma karoorfameetti itti fufee jira.

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 16,2018

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa damee Saayinsii Hawaasaa bara barnootaa 2018, har’a guyyaa 3ffaa haala nagaa fi karoorfameen itti fufeera. Yuunivarsitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalduree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’e fayyadamuun kan kennamu yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa jiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Round 6 Grade 12 Social Science Exams Proceed Smoothly at Borana University

Borana University | July 23, 2026

Day 3 of the 2018 E.C. Grade 12 National Examination (Round 6) for Social Science candidates is progressing smoothly at Borana University.

The university has provided all necessary infrastructure and support systems at optimal capacity. Meanwhile, candidates are taking their exams in a calm, secure, and comfortable academic environment.

Borana University remains committed to academic excellence and wishes all candidates success as they complete this important milestone.

"Dedicated to Resilient Pastoral Future"

Public and International Relations Executive

For more:

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/

Telegram: https://t.me/BRU_Official1

Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1

Website: www.bru.edu.et

YouTube: https://www.youtube.com/

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 2ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqab...
22/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 2ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma karoorfameetti itti fufee jira.

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 15 ,208

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa damee Saayinsii Hawaasaa bara barnootaa 2018, har’a guyyaa 2ffaa haala nagaa fi karoorfameen itti fufeera. Yuunivarsitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalduree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’e fayyadamuun kan kennamu yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa jiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Round 5 Grade 12 Social Science Exams Proceed Smoothly at Borana University

Borana University | July 22, 2026

Day 2 of the 2018 E.C. Grade 12 National Examination (Round 6) for Social Science candidates is progressing smoothly at Borana University.

The university has provided all necessary infrastructure and support systems at optimal capacity. Meanwhile, candidates are taking their exams in a calm, secure, and comfortable academic environment.

Borana University remains committed to academic excellence and wishes all candidates success as they complete this important milestone.

"Dedicated to Resilient Pastoral Future"

Public and International Relations Executive

For more:

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/

Telegram: https://t.me/BRU_Official1

Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1

Website: www.bru.edu.et

YouTube: https://www.youtube.com/

WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbC5t452v1IsHlikV61y

E-mail: [email protected]

Borana University Hosts Research Seminar on Early Childhood Interventions in the Global SouthBorana University | July 21...
21/07/2026

Borana University Hosts Research Seminar on Early Childhood Interventions in the Global South

Borana University | July 21, 2026

In a major step toward fostering international research collaboration, Borana University hosted a landmark research seminar on “Early Childhood Interventions in the Global South” in partnership with the University of Zurich, Switzerland. The seminar brought together a diverse group of participants, including university management, lecturers, administrative staff, and scholars.

Mr. Galma Wako, Director of the Research, Publication, Ethics, and Dissemination, opened the event by welcoming participants and providing a detailed overview of the seminar's objectives and session.

Following his overview, Dr. Kula Jilo, Borana University's Vice President for Administration and Development Affairs delivered an official welcoming address emphasizing the vital role of early childhood development in shaping the future of communities and nations.

Dr. Kula noted that Borana University, situated within the heart of the Borana pastoral community and guided by rich indigenous knowledge and the values of the Gadaa System, recognizes the importance of integrating local wisdom with scientific research to advance child well-being and sustainable development.

He further highlighted that the seminar reflects the university’s commitment to research excellence, serving as an important platform to strengthen academic collaboration between Borana University and the University of Zurich through joint research, knowledge exchange, and community-centered initiatives.

He concluded by encouraging participants to actively engage in discussions, share experiences, and build lasting professional partnerships that contribute to a meaningful impact in early childhood development and beyond.

In his opening remarks, Mr. Bonaya Galma, Advisor to the Vice President for Academic and Research Affairs, highlighted the seminar as a vital catalyst for academic growth and academic evolution, extending a warm welcome to distinguished scholars from the University of Zurich: Assistant Professor Gabriel Scheidecker and PhD candidate and researcher, Mr. Wario Wako.

Mr. Bonaya emphasized, "This seminar is a vital dialogue between global research methodology and lived indigenous wisdom. Child-rearing in pastoralist communities is deeply rooted in our unique cultural and kinship systems." He added that Borana University looks forward to deepening its collaboration with the University of Zurich through joint research, co-supervision, and academic exchanges—pairing global rigor with invaluable local expertise to uplift pastoral communities.

Mrs. Obsitu Duba, Director for International Research Relations and Partnerships, then delivered a brief overview of Borana University. She introduced the participants to the university's history, academic achievements, and community engagement initiatives, emphasizing its ongoing contributions to sustainable development and the preservation of indigenous knowledge.

During the seminar, Prof. Gabriel Scheidecker from the University of Zurich, Switzerland, and Mr. Wario Wako, a PhD candidate and researcher, delivered a compelling and intellectually enriching joint presentation on “Early Childhood Interventions in the Global South.” The presenters shared valuable research findings and critical insights regarding the significance of early childhood interventions in promoting holistic development, social inclusion, and long-term well-being for children.

Their engaging presentation inspired productive, lively discussions among the participants and underscored the critical importance of collaborative efforts in advancing evidence-based approaches to early childhood development across the Global South.

Ultimately, the seminar successfully laid a strong foundation for future cross-continental research alliances and collaborative academic initiatives. By combining global academic rigor with deep indigenous insights, Borana University reaffirmed its steadfast commitment to advancing evidence-based inquiry and expanding high-impact scientific research within pastoralist contexts.

"Dedicated to Resilient Pastoral Future​"

Public and International Relations Executive

​LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
​Telegram: https://t.me/BRU_Official1
​Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1
​Website: www.bru.edu.et
​YouTube: https://www.youtube.com/
​WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbC5t452v1IsHlikV61y
​E-mail: [email protected]

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Guyyaa 1ffaa  Damee Saayinsii Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqa...
21/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Guyyaa 1ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame nagaan Xumurame

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 14,2018

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 6ffaa Guyyaa 1ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa bara barnootaa 2018, har’a haala nagaa fi karoorfameen xummurame jira.Yuunivarsiitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalaa duree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’ee fayyadamuun kan kenname yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa turaniiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Odeeffannoo dabalataaf marsariitiiwwan hawaasaa keenya armaan gadii nu hordofaa:
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
Telegram: https://t.me/BRU_Official1
Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1
Website: www.bru.edu.et
YouTube: https://www.youtube.com/
Website: www.bru.edu.et
E-mail: [email protected]

Upcoming EventEarly Childhood Interventions in the Global SouthJoin us in-person at Clinic Hall, Borana University main ...
20/07/2026

Upcoming Event

Early Childhood Interventions in the Global South

Join us in-person at Clinic Hall, Borana University main campus.

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa  Damee Saayinsii Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma k...
20/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma karoorfameetti milkaa’inaan Xumurame

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 13,2018

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa bara barnootaa 2018, har’a haala nagaa fi karoorfameen xummurame jira.Yuunivarsiitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalaa duree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’ee fayyadamuun kan kenname yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa turaniiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Odeeffannoo dabalataaf marsariitiiwwan hawaasaa keenya armaan gadii nu hordofaa:
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
Telegram: https://t.me/BRU_Official1
Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1
Website: www.bru.edu.et
YouTube: https://www.youtube.com/
Website: www.bru.edu.et
E-mail: [email protected]

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 3ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqab...
20/07/2026

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa Damee Saayinsii Hawaasaa guyyaa 3ffaa Yuunivarsiitii Booranaatti jalqabame akkuma karoorfameetti itti fufee jira.

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 13,208

Yuunivarsiitii Booranaatti, qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 5ffaa damee Saayinsii Hawaasaa bara barnootaa 2018, har’a guyyaa 3ffaa haala nagaa fi karoorfameen itti fufeera. Yuunivarsitiin keenya qophiilee barbaachisoo xumuruun, haalduree hundaa guuteera.

Qormaatni kun guutummaatti sirna qormaata komputararratti hundaa’e fayyadamuun kan kennamu yoo ta’u, yuunivarsiitichis bu’uuraalee barbaachisoo gahaa ta’e diriirsuun qormaata kanaaf qophaa’eera.

Barattoonni qormaata isaanii naannoo tasgabbaa’aa, nageenya qabuu fi baay'ee mijataa ta'e keessatti fudhachaa jiru.

Yuunivarsitiin Booranaa barattoota hundaaf milkaa’ina olaanaa hawwa.

Round 5 Grade 12 Social Science Exams Proceed Smoothly at Borana University

Borana University | July 20, 2026

Day 3 of the 2018 E.C. Grade 12 National Examination (Round 5) for Social Science candidates is progressing smoothly at Borana University.

The university has provided all necessary infrastructure and support systems at optimal capacity. Meanwhile, candidates are taking their exams in a calm, secure, and comfortable academic environment.

Borana University remains committed to academic excellence and wishes all candidates success as they complete this important milestone.

"Dedicated to Resilient Pastoral Future"

Public and International Relations Executive

For more:

LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/

Telegram: https://t.me/BRU_Official1

Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1

Website: www.bru.edu.et

YouTube: https://www.youtube.com/

WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbC5t452v1IsHlikV61y

E-mail: [email protected]

Jila  Nyaachisa Ilmaan Kormaa Gammee Gurguddoo Ardaa GaayoottiYuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 12, 2018 Sirna Gadaa O...
19/07/2026

Jila Nyaachisa Ilmaan Kormaa Gammee Gurguddoo Ardaa Gaayootti

Yuunivarsiitii Booranaa | Adoleessa 12, 2018

Sirna Gadaa Oromoo, bu'ura aadaa, dudhaa fi bulchiinsa uummata Oromoo keessatti ilmii Oromoo kamuu sadarkaalee keessa darbu qaba.

Gadaan adeemsaa dheeraa keessa dhaloota horataa, guddisaa, gurmeessee, ijaaree gahoomsa.

Nyaachisni sirna ayyaanaa Gadaa keessatti sadarkaa Gammee Gugurdoo irratti jilatamu keessaa isa tokko. Sirna Gadaa keessatti hoggansaaf qophaa’uun sadarkaa Dabballee irraa jalqabee gara Gammee Didiqqootti, Gammee Didiqqoo irraa ammoo gara Gammee Gugurdoo fi sadarkaalee itti aananitti ce’a.

Akkaataa sirna Gadaatti, keessumaa Gadaa Booranaa keessatti namii fuula duraaf Abbaa Gadaa ta'uu, kan adda ba'uu sadarkaalee guddinaa keessaa tokko kan ta'e sadarkaa Gammee Gurguddoo irraa gara Kuusaa yoo ce’uu lallabama.

Ijoolleen sadarkaa Gammee gurguddaa keessa jiran, kan gogeessa tokkoo, adoo gara Kuusaatti hin ce'in Ardaa cufa irraa walitti dhufanii wal arguun nyaachisa nyaatan. Sirnii Gammeewwan gurguddoon kallattii adda addaatti dhufani Ardaa Gaayootti nyaachiisa nyaatan kun Nyaachisaa jedhama.

Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Booranaatti dursaan garee misooma sona aadaa Obboo Bulee Dhalaan Halakee akka himanitti, ijoolleen Booranaa Gammee Gurguddoo keessa jiran biyya Keeniyaa irraa adoo hin hafin deggersa abbootii isaaniitiin Ardaa jila Gaayootti nyaachisaa nyaachuu karra Abbaa Gadaatti walitti dhufanii aadaa jila nyaachisa jalqaban.

Obboo Bulee Dhalaan akka jedhaniitti, Sirni nyaachisaa kun aadaa fi duudhaa Gadaa keessatti bakka olaanaa Kan qabu yoo ta'u, walitti dhufeenya hawaasaa, kabaja aadaa fi dhaloota itti aanutti dabarsuuf taasifamu keessaa isa tokkodha.

Inistitiyutiin Qorannoo Aadaa fi Demokraasii Yuunivarsiitii Booranaa, sirna aadaa fi dambii Gadaa Booranaa isa qulqulluu tursiisuu fi jajjabeessuuf, Sirna Nyaachisaa Ardaa Jila Gaayootti haala ho’aan gaggeeffamaa jiru irratti argamuun gammachuu guddaa qabu ibseera.

Sirna kana irratti Daayirektarri Inistiyutichaa Obboo Huseen Abkuulaa haasaa taasisaniin, sirni Nyaachisaa dhaloota guddachaa jiru ijaaruu fi hoggansa fuulduraatiif qopheessuu keessatti iddo guddaa qabaachuu isaa addeessan.

Kaayyoon Nyaachisa Booranaattii kabaja, galateeffannaa fi eebba kennuu.Nyaachisa kanaa ijoolleen gammee gurguddoo gogeessa tokko ta’an ardaa kanatti dhufanii wal barachuu, wal arguu fi wal beekuudha.Kunis aadaa Boorana keessatti arjummaa jajjabeessuu, wal kabajuu cimsuu fi namoota ulaagaalee sirna Gadaa guutan eebbisuu irratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon biraa seera, aadaa, safuu uummataa kabajuu fi tokkummaa gogeessaa isaanii cimsuu.

Nyaachisii waggaa saddeeti keessatti yeroo tokko kan raawwatamuu dha.

Sirna guyyoota haga ji'a sadii turu kana irratti hirmaachuuf Gammeewwan yeroo imala eegalan irraa kaasee bakka ga'anitti bulaa - ka'aa, abbootiin Gogeessaa kamuu qaltee nyaachisaa, Godina Booranaa Bahaa Aanaa Dhaas, ardaa Jilaa Gaayoo jedhamutti dhufanii karra Abbaa Gadaatti waraana keeyyatanii dullaacha nyaachisa M***a Daacituutti qalatee, korma nyaachiisaa m***a Digaluu Nuurtuutii qalattee ,M***a Abbaa Gadaati Kormaa nyaachiisa Kaa Miinya qalattee, Aadaa jila har'a Adoleessa 11,2018, qa,ee Abbaa Gadaatti Nyaachisaa itti keyyatan.

Ardaa Gaayoottis Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Lubaa ijoollee kana goggeessa tokko keessa jiraachuu isaanii adda baasuun wal barsiisu. Nyaachisii kun qa’ee abbootii isaanii Abbaa Gadaa duraanii Guyyoo Gobbaa Buleetti wal geettee sangaa qalattee eebbifatti.

Sirna nyaachisaa keessatti gara ji'oota sadiif Gammeewwan adoo warratti hin galle nyaachisa nyaachaa, leenjii aadaa, duudhaafi safuu uummataa barataa leenji'aa turu.

Yeroo leenjii kana foonii fi dhiiga horiin alatti waan biraa hin sooratan, qormaatilee jireenyaa shaakalaa turu.

Qalanii nyaatu, ni eebbifatu. Sirna nyaachisaa kana Guddaa kan jechisiisu garuu nyaachuu fi dhuguun alatti qormaata fi leenjiin guddaan bakka itti kennamu ta'uu isaati.

Gammeewwan leenjii fudhataa turan wal dorgomu, ni madaalamu, ciminni qaamaa fi hubannaan bulchiinsa Gadaaf qaban ni qorama, dandeettiin dubbii isaaniilleen ni ilaalama.

Ijoolleen Gammee achitti walga'an Nyaachisa nyaatan keessaa kan qormaatilee kanaan hunda caalaa milkaa'etu gama gogeessa fi uummata bal’aatiin Hayyoota Adulaa fuula duraaf filamee, lallabamee gosa biratti beekama. Gaafa umuriin isaa gaa'ullee Gadaa ta'ee baallii fudhata.

Odeeffannoo dabalataaf marsariitiiwwan hawaasaa keenya armaan gadii nu hordofaa:
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/borana-university/
Telegram: https://t.me/BRU_Official1
Facebook: https://www.facebook.com/BoranaUniversityBRU1
Website: www.bru.edu.et
YouTube: https://www.youtube.com/
Website: www.bru.edu.et
E-mail: [email protected]

Address

Borana University
Yabelo
19

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borana University posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share