12/12/2022
Akuma ittii fufetti jira har'as 11-12-2022 waaree dura sa'a 5:00 haanga 7:00tti lola cimaa waraana pp dhibboota hedduutti lakkaahaamtu waliin WBOn zoonii bahaa Cibiiraan Eleemoo qilxuu Harargee lixaa aanaa mi'eessootti gaggeesseen du'aa fi madoon adabee jira.
*kan du'e reenfa konkoolaataa 3
*madoo konkoolaataa 2 hospitaali ciroo madoodhaa ajaa'ee jira
Qawwee 5n fi hidhannoo 5 yeroof kan haallii nuuf mijatee fudhame.akkasumaas qarshii 7000 fi waantoota garaa garaa booji'un ijjiifannoo culuuluqaa galmeesisee jira