20/05/2026
Foramii Barnootaa Idil Addunyaa 2026fi Mariifi Kaayyoo Waloo Biyyoota Addunyaa
---------------
BBO- Caamsaa 12/2018 Foramii Barnootaa Idil Addunyaa 2026 ( ) Mata Duree: " ;- Peace, Planet, Purpose and Pathways." jedhu irratti guyyoota Afuriif kan hirmaatte Itoophiyaan kaleessa muuxannoo qabdu hirmaattotaaf qoodde.
Foramii Barnootaa Caamsaa 9-12/2018 Magaalaa Landanitti qophaa'e irratti Prof. Biraanuu Naggaafi Hogganaan BBO. Dr. Tolaa Bariisoo kan hirmaatan yoo ta'u, hojii misooma barnootaa Itoophiyaa ijoowwaniifi muuxannoof ta'uu danda'an Prof. Biraanuu Naggaan waltajjiif dhihaateera.
Hojiiwwan Ijoo ta'anis akka asii gadiitti dhihaataniiru.
Barnootni_Dhalootaaf (“ ” ) jedhu jalatti Manneen Barnootaa baadiyyaafi hawaasa tajaajila hin arganne ijaaruudhaan qaqqabummaa barnootaa babal’isuu.
Guddina Daa'immanii Jalqabaa ( ) fi barnoota sadarkaa tokkoffaa duraa (Bu'uura Boruu) cimsan qopheessuufi hojiirra oolchuu,
Barnootaa hunda hammate kan daa’imman qaama miidhamtootaafi fedhii barumsaa addaa qaban deeggaran qopheessuufi hojiirra oolchuu,
bu’uuraafi hirmaannaa barattootaa fooyyessuuf Manneen Barnootaa Sad. 1ffaa keessatti guddisuu.
, hirmaannaafi tursiisa shamarranii manneen barnootaa keessatti guddisuuf kaayyeffate tarkaanfachiisuu.
Al Idilee keessatti barnoota filannoo hawaasa horsiisee bulaafi dhaqqabummaan rakkisaa ta’eef dhiheessuufi hojiirra oolchuu. barnootaa fooyyessuuf barumsa bu’uuraafi guddina barsiisotaa cimsuu irratti muuxannoo bal'aa kan qoodde yoo ta'u, walumaa galatti, biyyi keenya qaqqabummaa babal'isuu, sagantaa barnootaa al idilee (Non-Formal Education) bu'uura irraa fooyyessuu, hammattummaa mirkaneessuu, walgitiinsaafi qulqullina qabu hunda biraan