Said mohamed

Said mohamed obsaa

08/10/2022
07/10/2022

!
Lagni bishaan siif kenna
Gaafa ati dheebottu
Manni ho’a siif kenna
Gaafa ati dhaamottu
Muka bosonaa argatta
Kan mana ittiin ijaartu
Galaanni immoo qurxummii
Kan affeellattee nyaattu
Mi’a gatii jabeessa
Gabaa qaalii irraa argatta
Riqicha bishaan qabu
Bidiruudhaan dabarta
Waan hin qabne argachuuf
Isa qabu harka ilaalta
Atis waan qabdu hiixadhu
Xiqqaatu tokko in caalta
___+++++____Garuu____+++++
Xaddee foon hin kadhatiin
Qoraattiin si waxalti
Salphoo ulfina hin kadhatiin
Udaaniin siqabatti
Machooftuu hin hammatiin
Bulgaatiin si lollaati
Nama badii hin qoccoliin
Dhuftee hiriyaa kee taati
Addaggeetti hin shirkoomiin
Mataa irratti ol si baati
Daa’ima qullaa hin baatiin
Wayyaa kee irratti albaa ti
Kotte duudaa hin hooksiin
Ilkaantu sirraa dhuma
Hunduu waan qabu kenna
Jireenyatu akkasuma...

From artist. Mokonnen

06/07/2019

Oromo liberation firont

Address


Telephone

+967779285302

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Said mohamed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your university to be the top-listed University?

Share