ONM TUBE

ONM TUBE 17/8/2020

20/06/2025

15/06/2025
30/03/2025
30/03/2025
18/02/2025

angel energy 3️⃣3️⃣3️⃣

OMN: ODDU GADAA - Jaal Baate Urgesa Magala Maqiti Haraa Ganama Ajjefaamee || ጃል ባቴ ኡርጌሳ ተገደ ለ
10/04/2024

OMN: ODDU GADAA - Jaal Baate Urgesa Magala Maqiti Haraa Ganama Ajjefaamee || ጃል ባቴ ኡርጌሳ ተገደ ለ

OMN: ODDU GADAA - Jaal Baate Urgesa Magala Maqiti Haraa Ganama Ajjefaamee || ጃል ባቴ ኡርጌሳ ተገደ ለ

Oduu Gadda Caalaa Bultumee😭😭Margituu Warqinaa Caalaa Qaanessite - Artistoota 15 Saba Ganan
01/04/2024

Oduu Gadda Caalaa Bultumee😭😭Margituu Warqinaa Caalaa Qaanessite - Artistoota 15 Saba Ganan

Oduu Gadda Caalaa Bultumee😭😭Margituu Warqinaa Caalaa Qaanessite - Artistoota 15 Saba Ganan

Gabaasa hawaasa keeynaaf!Dhaabbata Gargaarsaa Egereef irraa!!!baankii Daldala Ethiyoophiyaa,Lakk herregaa 1000458144242....
29/03/2024

Gabaasa hawaasa keeynaaf!
Dhaabbata Gargaarsaa Egereef irraa!!!
baankii Daldala Ethiyoophiyaa,Lakk herregaa 1000458144242.baankii Hujii Gamtaa Oromiyaa Lakk herr.1000091716937.tiifi baankii Hijraa Lakk herr.1000006010001 irratti deeggarsa maallaqaatiin kallattiin galii godhuun,namni Dhibba jahaafi kudha sadi (613) kan hirmaate Yoo tahu,guyyaa 21/03/2024 irraa jalqabee hanga guyyaa—28/03/24 sa’atii 10 tti birriin dhaabbata Deeggarsa Egereetti gale,birrii 3,104,673.5 Miliyoona sadihiifi kuma dhibba tokkoofi kuma afuriifi dhibba jahaafi torbaatamii sadihiifi saantima shantamadha.

Maallaqni nu biratti gale kuni Eenyurraafi eessarraa akka deeggarsi kuni argame kan marsaalee hawaasaatiifi dhaabbata keenyaatiin isinii maxxansinu yoo tahu,namoonni maqaan keessan akka nu jalaa hin maxxanfamne jettanii dhaammattan immoo,iccitiin keessan eeggamaa yoo tahu, namoonni birrii ergattanii,osoo nu bira hin gahin hafe immoo,maxxansa keenna kanarraa guyyaa galii gootaniifi hanga erggitan walitti laallachuu kan dandeettan tahuu isinii ibsina,haala adda taheen namni ni dubbisuu barbaaddan immoo, Lakk what’s up +966 50 398 4676 karaa keessaatiin akka nu dubbistan kabajaan isin gaafanna.

Ulfaadhaa galatoomaa horaa bulaa dagaagaa daraaraa atootaa ititaa! Waloomaan Walloof!
Waajjira Dhaabbata deeggarsa Egereef!

11/07/2023

ODUU Hatattama Abiy Jaal marroo Dubbisuf muddama jirachu iccitii jabdu kuno

Address

Muaz
Sanaa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ONM TUBE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share