Hawwi Bayesso

Hawwi Bayesso Forgive your enemy, But never forget their names!

Hunduu ni darba.
03/09/2025

Hunduu ni darba.

Mandeella kiyya naaf jabaadhu, ati anaaf qaroo kooti. Tokkicha amma 100 Rabbiin si naaf haa guddisu.
02/26/2025

Mandeella kiyya naaf jabaadhu, ati anaaf qaroo kooti. Tokkicha amma 100 Rabbiin si naaf haa guddisu.

04/02/2024

Bilisummaan ilmoo miti kan sireerra ciisanii argatan Bilisummaa namni Manati namaaf hin fidu Bilisummaa Abbaatu deemee barbaaddata. Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
jechi kun ulfa garaa baasa!!

03/30/2024
Aswrwb? Mee gaaafas maal isinitti iman laata?Obbo zaakir Abbaa Maccaafi Baaba Sheik Amin IbroMasjida Ansar Haara keessa ...
03/24/2024

Aswrwb? Mee gaaafas maal isinitti iman laata?
Obbo zaakir Abbaa Maccaafi Baaba Sheik Amin Ibro
Masjida Ansar Haara keessa teessani waan oromoo irraa maal nuuf dhaamtan laata? Isin hoo baaban waan amantaarra hoo?
Suuraan kun waa hedduu dubbata isa jarri jedhan caala inni suuraan jedhaa jiru sirritti ifa namaa galcha. Jabaan duubi jabaa yoo ta’ee dhaggeffatu waan amaana fuudhatee, eebbas dabalatee deemu fakkaata. Umurii nuuf dheeradha.

Kan barana kan bara egeree isiniif haa ta’u.
03/11/2024

Kan barana kan bara egeree isiniif haa ta’u.

Ishoo Guumayitti koo! Warri jimmaa buna jaallatu Kanaaf jabanaa biraa hin kaatu.
09/15/2023

Ishoo Guumayitti koo! Warri jimmaa buna jaallatu
Kanaaf jabanaa biraa hin kaatu.

05/22/2023

Canaadan kana fakkatti.

Address

Saint Albert, AB

Opening Hours

Monday 7am - 10pm
Tuesday 7am - 12:30am
Wednesday 6pm - 10:30pm
Thursday 6pm - 10:30pm
Friday 6pm - 10:30pm
Saturday 6pm - 10:30pm

Telephone

+15879743527

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawwi Bayesso posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share