Singer Zarihun Ayansa

Singer Zarihun Ayansa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Zarihun Ayansa, College & University, `Alem Gena.

01/12/2025

Uffee Yaa Yesuus
Koo Natti Tolta

(Macaafa Faarfannaa 28 )  ------------ 1 Yaa Waaqayyo, si kattaa jabaa kootti nan iyyadha, ati ana jalaa hin didin! Akka...
12/10/2025

(Macaafa Faarfannaa 28 )
------------
1 Yaa Waaqayyo, si kattaa jabaa kootti nan iyyadha, ati ana jalaa hin didin! Akka warra boollatti gad bu'anii akka ani hin taanetti, ati ana jalaa calluma hin jedhin!
2 Harka koo mana qulqullummaa kee keessaa gara iddoo isa hundumaa irra caalaa qulqulluutti, yeroon ol kaafadhu sagalee himata koo isa ani gargaarsaaf sitti iyyadhu, anaaf dhaga'i!
3 Warra jal'ootaa wajjin, warra hamaa godhanii wajjinis ana hin butin! Isaan garaa isaaniitti hamaa in yaadu, afaaniin immoo nagaa namatti in dubbatu.
4 Ati akka hojii isaaniitti, akka gocha isaanii isa hamaatti isaaniif kenni! Akka hojii harka isaaniitti isaaniif kenni, amala isaan argisiisaniif waan ta'u isaanitti deebisi!

Waaqayyo isa kennaa kanaan nama badhaasuuf galanni haa ta'u Nu badhaaseera
12/04/2025

Waaqayyo isa kennaa kanaan nama badhaasuuf galanni haa ta'u
Nu badhaaseera

Baga nagaan dhufte Dev koo
26/02/2025

Baga nagaan dhufte Dev koo

22/02/2025

Yeroo tokko tokko haalli waan ta'uu hin barbaanne si gooti. ati garuu Obsi.

Uffee kaa Yoonii koo baga nagaan dhufte dhugaa hawwii guddaanan eeggachaa jira eebbifami haadhoo koo
20/02/2025

Uffee kaa Yoonii koo baga nagaan dhufte dhugaa hawwii guddaanan eeggachaa jira eebbifami haadhoo koo

01/02/2025

Waanti Lafarraa fala faala
Fucha argannaan nama Awwaala ☝

28/12/2024

"Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis; "
AMEEN
(Macaafa Saamu'el Isa Lammaffaa 22: 2)

21/11/2024
Eebbifamtuu haadha manaa koo  naaf eebbisaa
28/10/2024

Eebbifamtuu haadha manaa koo naaf eebbisaa

Address

`Alem Gena

Telephone

+251935031129

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Zarihun Ayansa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share