Abdii hawadii

Abdii hawadii Of ta,uuf haa hojjannuu

28/12/2021

As wr wb akkam jirtan nageenyi badhaadhaa fayyaa keessanii Mee har,aan tana oolmaa naannawa haramaya university bakka addaa haroo xinniqqee jedhamu kana walii haa ilaalluu

28/12/2021

As wr wb akkam fayyaa keessanii nageenyi badhaadhaa oolmaa guyyaa har,aa kan naannawa haramaya university haroo xinniqqee jedhamu kan daawwadhaa

28/12/2021

Biltsiginnaan ufumaa of saaxiluu jalqabadee jirti dhugaa goota kanaatis Rabbiin nuuf haa baasu Mee yeroo tokko ilmaan oromoo warreen online irra jirtan justice for haacaluu hundeessaa jedhaa!

Weellisaa keenya jaalatamaa fi sabboonaa keenya baga rabbiin karaa dhugaa kan xumurri isaa waan gaarii kan itti najaa ba...
27/12/2021

Weellisaa keenya jaalatamaa fi sabboonaa keenya baga rabbiin karaa dhugaa kan xumurri isaa waan gaarii kan itti najaa baatuttii rabbi si deebise

27/12/2021
26/12/2021

Akkam jirtan ilmaan oromoo qalqqaalii warreen biyya keessaa fi alaa qerroo fi qarreen xiqqaa fi guddaan namoonni haala jiruu fi jireenya ummata oromoo guyyaa guyyaan hordofaa jirtan Hundi keessan infoormeeshinii dhugaa ta,e irratti hundoofnee ummata keenya rakkoo fi cunqursa irratti taasifamu ofiifis hubannee addunyaafis haa beeksifnuu ammas warroonni page kiyya kanaaf keessummaa taatan like share fi comment gochuu hin dagatinaa galatoomaa

Address

Home
`Alem Maya

Telephone

+251983430238

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii hawadii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abdii hawadii:

Share