Yadeta Nasiro page

Yadeta Nasiro page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yadeta Nasiro page, College & University, 11, Adama.

Zamano OusmanMucaa ciimaan garee Spain'if taphatuu kan yeroo ammaa kubbaa miilaatiin addunyaa qubtakkattii dhaaba jiruu ...
10/07/2024

Zamano Ousman
Mucaa ciimaan garee Spain'if taphatuu kan yeroo ammaa kubbaa miilaatiin addunyaa qubtakkattii dhaaba jiruu kunii obbolessa kiyyaa kanaan lakkuu nuf dhalatee turee gafuma dhalatuu mucaan gadii hin ta'u achuman gara biyyaa Spain ittii nujalaa badee sifii Hamza Ibrahim tokko nama achii hedduu beeytaan ja'anitii nuuf barbada Maloo gatii dadhabii keessanii nii kafallatii maatii isaa kaha dhugaa irraa ergaa dhaamannee isinittii 😞😞😞

Hacee week
24/06/2023

Hacee week

Nama suutaa demuu ta'ii garuu gonkuma if ifduba hin debi'iin
16/06/2023

Nama suutaa demuu ta'ii garuu gonkuma if ifduba hin debi'iin

Alhamdulillah Eid mubarak all Muslims the world May the Allah Almighty open the doors of happiness for you and fulfil al...
21/04/2023

Alhamdulillah
Eid mubarak all Muslims the world
May the Allah Almighty open the doors of happiness for you and fulfil all your dreams.

Obboloota kiyya Muslimaa kan Addunyaa irratti argamtan hundaa baga Rabbiin ji'a Rahmata ji’a ibaadaa ji'a Ramadanaatin i...
22/03/2023

Obboloota kiyya Muslimaa kan Addunyaa irratti argamtan hundaa baga Rabbiin ji'a Rahmata ji’a ibaadaa ji'a Ramadanaatin isin gahe, Ramadaan Mubaarak.Wa Shaahru Ramadaan.❤

Hulaan gammachuu takka yeroo cufamte,kan biraattu banama,kan cufamte dhiisi kan banamte hordofi.
26/08/2022

Hulaan gammachuu takka yeroo cufamte,
kan biraattu banama,kan cufamte dhiisi kan banamte hordofi.

19/08/2022

Habibii yaa jaalallee

19/08/2022

Yaa kan rabbii kketif.....

14/08/2022

Abaluu wajjii nyannee

Akkumaa yeroo waa uffattuu keessaa iffirraa ilaaltuu Yeroo haasoytuu fii ajaanda namonnii umaan irrattii yaada kennituu ...
29/07/2022

Akkumaa yeroo waa uffattuu keessaa iffirraa ilaaltuu Yeroo haasoytuu fii ajaanda namonnii umaan irrattii yaada kennituu osoo akka titisattii utaaltee kessaa hin buunee kessaa ofirraa laaluun dirqama kun kitaaba adam miskinii

Gammachuu keetiif itti gaafatamaan
matama kee ta'uu beeki.

14/06/2022

Yes anillen umrii tiyyaa sirrit naf himee

Address

11
Adama
ADAMA

Telephone

+256757977034

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yadeta Nasiro page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Yadeta Nasiro page:

Share