Belay birhanu page

Belay birhanu page God is Good

" ani saba koo warra ani fo'adhe obaasuudhaaf, lafa onaa keessaa bishaan burqisiisee, laga lafa duwwaa keessas bishaan w...
30/09/2022

" ani saba koo warra ani fo'adhe obaasuudhaaf, lafa onaa keessaa bishaan burqisiisee, laga lafa duwwaa keessas bishaan waanan yaaseef, bineensonni caakkaa ulfina anaaf in kennu, waangonnii fi guchiiwwan na galateeffatu."
(Isa 43: 20)
silaa yesus ayyaana saan nu haguuguu baatee yoonaa daaraa botoroo taanee

  obsuun furmaata waa'ee biyyaa keenyaa ha kadhannuu
29/09/2022

obsuun furmaata waa'ee biyyaa keenyaa ha kadhannuu

  amma humna keenyaa Ummaata horroo guduru wallaga irraa buqqaheef haa hiixannuu  obbooleyyaan keenyaa dubara wallaga ja...
27/09/2022

amma humna keenyaa Ummaata horroo guduru wallaga irraa buqqaheef haa hiixannuu
obbooleyyaan keenyaa dubara wallaga jarman jiraatan ha ebbisuu
Amma humna saanii ittii hirmaachaa jiruu

27/09/2022

firdiin kun waaqayyorraa waan hin taaneef akka sirraa kahuu nan amanaa ammasittimmoo obsa jabaan sif dheebodhaa...!

  oromoo maaliif akkasitti dararaamtee sinittii fakkataa..?Kana argurraa... du'un salphatee nattii mul'ataa
27/09/2022

oromoo maaliif akkasitti dararaamtee sinittii fakkataa..?
Kana argurraa... du'un salphatee nattii mul'ataa

  share subscribe gochudhan wal ha hordofnuuu
27/09/2022

share subscribe gochudhan wal ha hordofnuuu

26/09/2022

natii ebbifamii sitti gammadeeraa

  warra isa sodaatanii waaqayyoo fiixaan baasaa far 145:19Ameen
25/09/2022

warra isa sodaatanii waaqayyoo fiixaan baasaa far 145:19
Ameen

  gaarii siniif ha tahuu bonny waliin #
25/09/2022

gaarii siniif ha tahuu bonny waliin #

  baga milkoofteeNu jiraadhuu
21/09/2022

baga milkooftee
Nu jiraadhuu

  eebbisaaEbbifamaa●nagaadhan●fayyaadhan●qabeenyaadhan
20/09/2022

eebbisaa
Ebbifamaa
●nagaadhan
●fayyaadhan
●qabeenyaadhan

Namni nama kana beektan....1 maqaasafii...2 hojiisaa.. comment jalattii bareessaa
19/09/2022

Namni nama kana beektan....
1 maqaasafii...
2 hojiisaa.. comment jalattii bareessaa

Address

Adama
BURAYU

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Belay birhanu page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Belay birhanu page:

Share