Yayyuu yusuf

Yayyuu yusuf ayyaani irrechaa muulistuu orommumati!

26/04/2022

Yaa Raabbi kheeyrii Aduunyaa fi Aakkiraa nu keeni!

wbo wabii saba isa keessaa bekkuuf silla lollii taapa
27/09/2021

wbo wabii saba isa keessaa bekkuuf silla lollii taapa

19/08/2021

ooguuma meqa baleessine

17/08/2021

yaa rabbii gaalmaan nuf gaahi

haaja teenya

17/01/2021

kan dhiggaa lamii nagayaa akkan jigsuu
argine hin beeynuu hin dhagenyee

03/01/2021

umaani oromoo akka magent tii bilisumaa harkisuuti jira more magentic tahuu qaban ammas

jaal maarroo yoo umaani koo na deeggaru bate koophee koo guuggubaadha nyaadha jedhee ture ammaa immoo yeroo koophee guub...
03/01/2021

jaal maarroo yoo umaani koo na deeggaru bate koophee koo guuggubaadha nyaadha jedhee ture ammaa immoo yeroo koophee guubanee nyanuu birra kunee gallanii kan umaata oromoo milliyoona jedhee jiraa
umaani oromoo abdii akka wboti hoorsisee agarsisaa kun arras borus akumaa kallessa itti ha fufuunun dhamsaa kotti jaal keenyaaf bira jira ni degaraa jiraadha dagagga hanga bilisuman dhuftuu

Abrahim hajii ali fulli rabbii siti ha toolugaazaxxessa afaan oromoo, wallissa afan oromoo,taphatta kuuba milla kan hund...
23/12/2020

Abrahim hajii ali fulli rabbii siti ha toolu
gaazaxxessa afaan oromoo, wallissa afan oromoo,taphatta kuuba milla kan hundaa
yeeroo tokko illamuu dajjanee wallin tamsasaa kaallati obn irratti dhaggeffatota birra ni yadan amalee seena ke si ha yadatuu bara barran nagayyan boqqadhuu

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yayyuu yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share