Hundee page

Hundee page Hundee man Oromoo

11/10/2025

Sooromuuf jettee of hin dadhabsiisin, Soorumni akka wanta baallee qabuutti, akka joobiraattis qilleensa keessa balali'ee, hamma liphsuu ijaatti ija namaa duraa in sokka.

02/04/2025

Qalii koo

01/04/2025

Oromoo koo

Gammachuuf kolfikooDhukkuba siif taanaan Mataatti ol si baanaan~Fala isaan siif dhaamaaIlaa dhaggeeffadhuDaandii narraa ...
01/04/2025

Gammachuuf kolfikoo
Dhukkuba siif taanaan
Mataatti ol si baanaan
~
Fala isaan siif dhaamaa
Ilaa dhaggeeffadhu
Daandii narraa si fageessu
Soqii mijeeffadhu
~
Maalif beekta?
Hammuman tiradhu
Of cimsee jabaachaa
Inaaffaan dhibeedha
Ittuu si maraachaa!

07/07/2023

Address

Dabiidoloo
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundee page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Hundee page:

Share