05/07/2023
Injifannoo✊
RIB tokko Aanaa saasiggaa irra badee gara Naqamteettii utuu deema jiru hardha saa'ati 4:00 irratti measha turkii tokko fi rasaasa dhibbaa Lama hidhannoo waliin goottichi funyaan naqamtee jalatti dhuunfatera💪