Bona Ararsa Tulu

Bona Ararsa Tulu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bona Ararsa Tulu, College & University, Shoa, Addis Ababa.

"Siidaa koo irratti maal barreessituu?πŸ€”πŸ€— Guyyaa tokkoo namicha tokko daw'iidhaf gara Amerika deeme biyyicha kessaa oliif...
19/08/2021

"Siidaa koo irratti maal barreessituu?πŸ€”

πŸ€— Guyyaa tokkoo namicha tokko daw'iidhaf gara Amerika deeme biyyicha kessaa oliif gad deemee ergaa dawwatee booda dhumaa irratti siidaa awwalaa nama dawwachuuf warra isaa daw'achisaan waliin mooraa awwalaa tokko seene mooraan sun bayyee baredaa siidawwaan halluu midhagaan kulamanii heddutuu kessaa jiruu
Barrefamonni siidaa saan irratti barrefaman garuuu namichaatti bitaa itti galan. Wantoota dubbisee amanuu hin dandeenye, isaan kessaa murasaa kan armaan gaadit
" piroofeeser Joon Heneriii , dhalatanii waggaaf ji'a jahaatti du'aan "
"Dr. Deev waaysoong , dhalatanii waggaa afuritti du'aan
" Kappiteen Ruut Thomas, dhalatanii ji'aa saddeetitti duhaan addunyaa kanarraa addaa bahan *

Barreffamoota kaanad kanneen ergaa dubbisee booda bayyee dinqisifachaa garaa daw'achisaa isaa deemun gaaffii gaafate
"Ani kanin jeedhu ". Itti fufa
Osoo isin tahee maal jettu laata
😎share,like godhaa kutaa itti πŸ€—
Source

Address

Shoa
Addis Ababa

Telephone

+251949428146

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bona Ararsa Tulu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share