Raajii Tasfaayee Iddoosaa

Raajii Tasfaayee Iddoosaa TV HOOLICHA WAAQAYYOO
(1)

Maqaa Yesus Kiristoosin Ji'a dhuma kanaa Waan haaraa dhaga'ii(0917641726) kadhannaf qofa
15/08/2026

Maqaa Yesus Kiristoosin Ji'a dhuma kanaa Waan haaraa dhaga'ii(0917641726) kadhannaf qofa

 'ee-  Namnii hin  -Garuu lnuu   -bara 2019 Sin jedha # waaqayyoo- .Amen jedhi
01/08/2026

'ee- Namnii hin -Garuu lnuu -bara 2019 Sin jedha # waaqayyoo- .Amen jedhi

✅ Har'ii wixata guyyaa torbaa gidduutii warri essayyuu hin gessuu jedhan wal gahaanii bagaa gessee sin haa jedhan.👏
13/07/2026

✅ Har'ii wixata guyyaa torbaa gidduutii warri essayyuu hin gessuu jedhan wal gahaanii bagaa gessee sin haa jedhan.👏

✅ kamisaa har'a Galgalaa Sa'aatii 3:00 fi4:00 gidduutii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamee Dh...
09/07/2026

✅ kamisaa har'a Galgalaa Sa'aatii 3:00 fi4:00 gidduutii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamee Dhimichii Xumuramera sin jedhuu.👏

✅ kibxata har'a waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏
06/07/2026

✅ kibxata har'a waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏

23/06/2026
Akkan Fulduraattii deemuu kan taasisuu jechootaa boodaa kiyyaa Dhaga'amuudha.
20/06/2026

Akkan Fulduraattii deemuu kan taasisuu jechootaa boodaa kiyyaa Dhaga'amuudha.

 .    !  :Dubbisaa ammas dargaggootaa fi namoota yaada kana qaban qaqqabsiisa. Hundumtuu dhaloota kana oolchuuf waan dan...
19/05/2026

. !
:
Dubbisaa ammas dargaggootaa fi namoota yaada kana qaban qaqqabsiisa. Hundumtuu dhaloota kana oolchuuf waan dandeenyu haa gummachinnu. Kan dura gahee waldaa Kiristaanaa barreesse ture.
Akka tajaajilaa Waaqayyoo tokkootti dargaggoota hundaaf Ergaa ijoo tokko dubbachuun barbaada: jireenyi keessan gatii guddaa qaba. Waaqayyo kaayyoo , sagantaa , akeekaa fi galmaa guddaadhaaf isin uume. Isiin qabeenya Waaqayyooti! abdii biyyaati! Abboota Mul’ataa ti, Abboota amantaa ti , Abboota qabeenya ti, Abboota Siyaasaa ti ! Ambassador nagaati! Hojii qabdu!
Dhugaa kana beeku qabdu. Innis Rakkoon yeroo muraasaaf Jireenya keenya irraati ta’uu danda’a; garuu jireenyi keessan fuula Waaqayyooti Maaliin iyyuu iddoo kan hin buufamne ulfina qaba. Rakkoon barabaraa Nama Waliin jiraatu hin jiru! Waan hundumtuu yeroo qaba. Namni nagaa fi fayyaa qabu waan Hundumaa ni qaqqaaba!
Kanaaf , Rakkoo yeroof jettanni Of ajjeesuun furmaata miti. Yeroo seexanni kana gara sammuu keessanni fidu mee kana tasgabbiidhaan yaada : Waaqayyoo akka isiin jaallatu, Haala kana keessa akka isiin baasuu, Namoonni isin jaallatan, isin barbaadan fi isin abdatan akka jiran. Guyyaa kun darbe akka bu’aa buuftan! Akka gammaddaan! Rakkoo keessaan akka dagatan yaadadha. Hundumaa caalaatti immoo yoo waan namni hundi isin dagate isiinitti fakkaatuttillee Waaqayyo isin hin daganne. Isiin hin dagatus! Of Ajjeesuun yaada seexanaati;Namni of Ajjeesuu Mootummaa waaqayyootti hin galu!
Waa lama miidhamuun gaarii miti. Jireenya asiis Harka ofiin gabsiisanii, adaba harka Waaqayyoo fudhachuun gaarii miti. Namni wanuma facaase galfata! Waaqayyo isiin haa eegu!

Har’a dargaggoonni hedduun sababa garaagaraatiin of ajjeesaa jiru. Ani Akkan hubadheetti Rakkoo isaanii keessaa muraasni jechuun:
- hojii dhabdummaa,
- Maallaqaa dhabuu,
- mufannaa jireenyaa,
- walitti bu’iinsa maatii,
- dhiphina sammuu,
- jaalala keessatti kufuu ,
- hojii irraa abdii ku

3 qilleensa isaatiin bantii waaqaa in qulleesse, harki isaas bofa baqachaa jiru in waraane. 14 Kunoo, isaan kun fiixee h...
18/05/2026

3 qilleensa isaatiin bantii waaqaa in qulleesse, harki isaas bofa baqachaa jiru in waraane. 14 Kunoo, isaan kun fiixee hojii isaa ti, isa nuyi waa'ee isaaf hasaasa xinnoo hammamii dhageenyu duwwaa dha; qaqawwee humna isaa garuu eenyutu hubata ree?" jedhe.

Dhagaan inni warri ijaartuun tuffatan, isa mataa golee qajeelchu ta'e. 23 Kun Waaqayyo biraa ta'e, inni immoo ija keenya...
04/05/2026

Dhagaan inni warri ijaartuun tuffatan, isa mataa golee qajeelchu ta'e. 23 Kun Waaqayyo biraa ta'e, inni immoo ija keenya duratti dinqisiisaa dha.

Address

Addis Ababa
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raajii Tasfaayee Iddoosaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share