Kakuu Teshome

Kakuu Teshome Jesus Lords

Ameeeeeeeeeeen jedhii amaniittii
15/11/2022

Ameeeeeeeeeeen jedhii amaniittii

27/10/2022

Bu'aa ba'ii tureem karaan deemsa fannoo ati garuu yesusko
Achumarran deemtee galmeessite injifanno🙏 gooti si caale hin jiru

27/10/2022
Ameen jedhii darbii siif ta'atii
19/10/2022

Ameen jedhii darbii siif ta'atii

Wangeelaaf Qalame Du'a Ulfina Qabeessa dha😭😭"Dargaggeessi asiin gadiitti argitan kun hojjetaa wangeelaa Habtaamuu Bantii...
11/10/2022

Wangeelaaf Qalame

Du'a Ulfina Qabeessa dha😭😭
"Dargaggeessi asiin gadiitti argitan kun hojjetaa wangeelaa Habtaamuu Bantii jedhama. dhimma wangeela mootummaa Waaqayyoo dhugaa ba'uuf baadiyyaa gara arsii kana deemanii utuu lubbuu Kiristoosin hinbeeknetti dhugaa ba’anii warrii gooftaa tti hin amanne billaadhaan qal**n.Habtaamuun abbaa ijoollee lamaa ture. Kunoo akkasitti ergama guddicha kiristoos nutti kennee ol bahe utuu qabatee deemuu dhugaa wangeelaaf wareegame.

Ameeeeeeen jedhaa ergaa galgalaa kanati page kiyyaa like share follow gochuun naa degeraa iddoo gaarii bulaaaa
08/10/2022

Ameeeeeeen jedhaa ergaa galgalaa kanati page kiyyaa like share follow gochuun naa degeraa iddoo gaarii bulaaaa

Dhaloonni wangeela jireenyaa qarshii dhibba 300n bitee hin dubbisneefi osoo tola laataniifiiyyuu hin fudhanne har'a qaam...
05/10/2022

Dhaloonni wangeela jireenyaa qarshii dhibba 300n bitee hin dubbisneefi osoo tola laataniifiiyyuu hin fudhanne har'a qaama isaa waaqayyo uume gurguree waanta waa'ee hinbaasneefi waaqayyoon gaddisiisutti sharafu kun EGEREE isaa maal akka ta'u tilmaamuun nama rakkisaa laata? Dhalli namaa ofii gammadee wal gammachiisuuf jecha maaliif waaqayyoon gaddisiisuu hojii idileesaa godhatee garuu?

Yaa waaqayyo fuula araarakee gara keenyatti deebisi🤲🤲🤲🤲🙏🙏

Ameeeeen jedhaa iddoo gaarii olaa matii gooftaa
01/10/2022

Ameeeeen jedhaa iddoo gaarii olaa matii gooftaa

Anis Wallagga ‼️😭
28/09/2022

Anis Wallagga ‼️😭

Iyya Birmannaa DhabeGodina Horro Guduruu Wallaagaa Aanaa Amuruu ganda gobbuu jedhamutti, Uummata lubbuu isaa oolfachuuf ...
27/09/2022

Iyya Birmannaa Dhabe

Godina Horro Guduruu Wallaagaa Aanaa Amuruu ganda gobbuu jedhamutti, Uummata lubbuu isaa oolfachuuf gara Waldaa Kiristaanaa Masarat Kiristoos tti baqatan Church waliin gubani. Kan dhumu dhumee humna kan qabu gara magaalaa Shaambuu tti baqata, kan humna hin qabne irbaata du'aa ta'aa jira. Uummata garraamii kan orma hammatee waliin jiraachaa turetu amma laftii fi samiin itti dukkanaa'ee waan godhus waan ta'us dhabaa jira. Adaraa walii birmanna! waliif iyyina!

Yaa Waaqayyoo uummata humna dhabeef humna ta'i maaloo🙏😭😭

Ameeeeeeeeeeeeeen
24/09/2022

Ameeeeeeeeeeeeeen

COMING SOON!Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa yoo fedhaaf jaalala waaqayyoo ta'e yeroo dhiyootti f...
22/09/2022

COMING SOON!
Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa yoo fedhaaf jaalala waaqayyoo ta'e yeroo dhiyootti faarfannaa mata dureen isaa # jedhu qabadhee dhufaa waanan jiruuf hammasitti fi gochuun hiriyoota keessan qaqqabsiisaa na eegaa.

!
Well come bro

Address

Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Telephone

+251917730980

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kakuu Teshome posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kakuu Teshome:

Share