Barsiisaa Mahammed

Barsiisaa Mahammed Of ta'ii jiraadhu. namoota kabaji. Namoota jaalladhu.
(2)

19/08/2026

Hunduu jara jara jedhaa jera kam akka ta'e nuuf galuu dideem dubbiin!

namoonni hedduun waanuma hunda duuba(ala) isaa ilaalee madaala. kun garuu yeroo lama dogoggoruudha. waan tokko ala isaa ...
19/08/2026

namoonni hedduun waanuma hunda duuba(ala) isaa ilaalee madaala. kun garuu yeroo lama dogoggoruudha. waan tokko ala isaa qofa ilaaltee murteessita taanaan deebii faallaa argatta.

yeroo baayyee sobnii fi dhugaan akka charge positive fi negative wal duukaa deemu. dhugaan soba male sobni dhugaa male hin sochoo'an. kan adda baafatu garuu abbaadha. akkuma shiboo +ve fi -ve charge adda baafnee fayyadamnu dhugaaf sobas nutu adda baafata.
sobnii fi dhugaan adda bahuu hin danda'an. tokko tokkoon isaanii kamtu dhugaa fi Kamtu sobaa beekuuf garuu lameen isaa beektu male adda baasuu hin dandeenyu.

tokko dhugaa ta'uu isaa beekuuf jalba soba isaa beekuu qabda. soba isaa hin beektu yoo ta'e sobumatu dhugaa sitti fakkaata.
kanaafuu waan tokko dhugaa isaa beekuuf soba isaa beekuu qabda.

nagaas hin daganne.
Akkam ooltan jenneerra.

Har'a isaa ilaalteehin tuffatin ilma namaaqodaa namaaf safarteen bulee siif safarama!. Warra  -itichoo bare seerri adabb...
17/08/2026

Har'a isaa ilaaltee
hin tuffatin ilma namaa
qodaa namaaf safarteen
bulee siif safarama!. Warra -itichoo bare seerri adabbii ta'e itti kennuu qaba.

Anas waa'ee   keessaa na hambisaa😏. .Iskel Gabbisaa muudiin koo siif dhufeera.Nur of our business jedhe mucichi ingilize...
17/08/2026

Anas waa'ee keessaa na hambisaa😏.
.Iskel Gabbisaa muudiin koo siif dhufeera.
Nur of our business jedhe mucichi ingilizenyaa aqolaammaxee dubbatu sun.
Wagguma hunda gaafiidhuma wal fakkaataa deebiisaa beektan nama hin gaafatinaa mee.
Ijji Kun kan eenyuuti?, funyaan hoo?, afaan hoo?, hunduu kooti😏 eshi handhuurri kee hoo kan eenyuuti?. Indee qaamni tokko waldaa intinii seete moo kan nama danuuf qoodamu 🙄

Taphataan kubbaa miillaa birriitu kaffalameefii jijjiirama   tolayyuu kajeelanii dadhaban. tuuuuu safuudhabboo maal Kun ...
16/08/2026

Taphataan kubbaa miillaa birriitu kaffalameefii jijjiirama tolayyuu kajeelanii dadhaban. tuuuuu safuudhabboo maal Kun ijoolle 🫣🧑‍🦯

Projektiin One wash BBO jelatti bu'uuraalee ijaarsa garaagaraa ijaaruun beekama. amma akka gabaasa jeraa irraa arginutti...
15/08/2026

Projektiin One wash BBO jelatti bu'uuraalee ijaarsa garaagaraa ijaaruun beekama. amma akka gabaasa jeraa irraa arginutti oromiyaa bakkeewwan garaagaraatti manneen barnootaaf ijaarsa bishaanii, mana fincaanii fi bakka bashannana barattootaa hojjechuun beekama. Kun environment barnootaa misoomsuun dhalootaaf haala mijataa uumuu keessaa damee tokkodha.

Kun hagam hojiirra ooleen ga'ee jeraati.
kanin jechuu barbaade garuu hanga yoonaatti adeemsa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiru keessatti hojiin hedduun hojjetamaniiru. hojjetamaas jiru. fkn kanneen akka qormaata secure gochuu, barattoota filanii barsiisuu(bultii, bu'uura boruu and etc). ijaarsa manneen barnootaa standard gochuu fa'is hojjetamaniiru. garuu hanga yoonaatti naannawaa barnootaa male abbaan barnootaa irratti wanti hojjetame hin jiru.
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf barsiisota irratti karaa gurguddoo sad'iin hojjetamuu gaafata.
1. Quality (barsiisota sadarkaa barnootaa osoo hin taane dandeettii isaaniitiin) qooduudha.
2. specialization irratti hojjechuudha.
3. Faayidaa barsiisaa irratti hojjechuudha.
isaan kana sadan yeroo biraa bal'inaan irratti dubbanna.
Nagaan Bulaa

Thank you jennaan Abbaa Konkolaataa kanaan🥰🧑‍🦯  haa waaru.
14/08/2026

Thank you jennaan Abbaa Konkolaataa kanaan🥰🧑‍🦯
haa waaru.

  time jetta 🥰  keenya jelatti suuraa ka'uun Aadaadha.Shaworiin xabalatti galle😋
14/08/2026

time jetta 🥰
keenya jelatti suuraa ka'uun Aadaadha.
Shaworiin xabalatti galle😋

13/08/2026

Barsiisonni keenya bakka jijjiirrachuu osoo hin taane hojii jijjiirrachuuf hojjedhaa.

Dawaan faanddoo si ture silaa maal godhagaa.Bara gumuz quuftee ummata rakkisaa turte situ likkii galchee daangaa kabachi...
13/08/2026

Dawaan faanddoo si ture silaa maal godhagaa.
Bara gumuz quuftee ummata rakkisaa turte situ likkii galchee daangaa kabachiise amma oromiyaan fira dhabde.
Duulaa Gammadaa

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917963836

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barsiisaa Mahammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Barsiisaa Mahammed:

Shortcuts

Share