Farhen leenjiisaa diidda karaamilee

Farhen leenjiisaa diidda karaamilee Gumii warraan Diiddaa Gaabrumaa..

Lolaa WBO hundaa hirmachisuu Boruu bahaa oromiyatii Aana Gooro Guutu irratii nii gaaggeeyfama.
04/10/2023

Lolaa WBO hundaa hirmachisuu
Boruu bahaa oromiyatii Aana Gooro Guutu irratii nii gaaggeeyfama.

27/10/2022
27/10/2022

Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu hundaaf
Yuunivarsiitii Mattuutti Barattootni sagantaa idilee (Regular), guyyaa boqonnaa (Weekend) fi sagantaa galgalaatiin (Evening) Digirii tokkoffaa fi lammaffaa barataa turtaniifi boqonnaa gannaa irra kan jirtan hundaaf, yeroon galmee bara barnoota 2015 kan gaggeefamuu Sadaasa 1-2/2015ALI (Nov.11/12/2022G.C) akkasumas adabbiidhaan Sadaasa 3/2015ALI (Nov. 13/2022G.C) waan raawwatuuf mooraa Yuunivarsiitii Mattuu fi Kaampaasii Baddaleetti qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisaa barnootni Sadaasa 5/2015 ALI kan eegalu ta’u isin beeksiisna.
Daayireektooreetii Rejistraaraa Yuunivarsiitii Mattuu
Odeefannoo dabalataaf:
www.meu.edu.et
https://t.me/mettuniversity

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Farhen leenjiisaa diidda karaamilee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share