Volleyball women

Volleyball women Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Volleyball women, College & University, Jimma, Addis Ababa.

07/01/2021

♀️ ‍♂️ !
====================================================

Bareedinni kan jiru fuula irra osoo hin ta'in ifa onnee keessatti argamuudha.
********
‍♀️Namni beekaan onnee lama qaba. Tokko yoo jalaa madaaye tokkoon qabsaaya.
*********
Karoora guddaa karoorsiturra Dalagaa xiqqoo hojjattutu irracaala bu'aa qaba.
***********
‍♀️Dhugaan yeroo kamuu qullaa deemuu ni danda'a. Sobni garuu yeroo hunda uffatee tuulatee bareedee mul'achuu qaba.
***********
‍♀️Jaalalli hanga adda ba'iinsi isaa gahutti gadi fageenyi isaa hin beekamu.
***********
Gammachuu fi gaddi addan hin bahan. Walumaan sibira dhufan.tokko adda sicinaa yoo taa'u tokkommoo mana hirribaa kee keessa akka jiru hin dagatin.
***********-
‍♀️Nama jaalattu tokko iddoo fedhe akka deemu hayyamiif. Yoo kee ta'e deebi'ee dhufa. Yoo kee hin taane immoo ni hafa.
***********
‍♀️Jireenyi Jaalala hin qabne akka muka firii hin qabneeti.
***********

Yoo sitti tole

31/12/2020

Address

Jimma
Addis Ababa

Telephone

+251917923858

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Volleyball women posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share