08/05/2021
-Halkan Caalaa
-Halkan Qur'aanni keessa bu'e
-Halkan Laylatul Qadriin irra guddeessa keessa kajeelamu.
Halkan 27ffaa kana keessa.
-Hunda keenya fedhiifi hawwii keenya rabbi irraa barbaannu mara halkan itti deebii argannu nuuf haa ta'u.
Hin Qoosinaa,Aamin jedhaa.Dubbiin Rabbii akka fedha isaatiin raawwata waan ta'eef.