Muhammed umar

Muhammed umar Nurse is care allah is cure πŸ’– ❀ πŸ’“ β™₯ πŸ’— πŸ’• πŸ’– ❀ πŸ’“
https://www.tiktok.com/?lang=en&is_fr

05/05/2026

aksum

Gurbaan kun Qaallu Qallaba  ture Fakkaata 😁😁😁😁😁Alex Taye
30/04/2026

Gurbaan kun Qaallu Qallaba ture Fakkaata 😁😁😁😁😁
Alex Taye

Dhangala'aan sanyii kormaa geejjibu (semen) fincaan booda dhimmisuun ykn usee qaamarratti si dhimmisuun mallattoo Infeek...
26/04/2026

Dhangala'aan sanyii kormaa geejjibu (semen) fincaan booda dhimmisuun ykn usee qaamarratti si dhimmisuun mallattoo Infeekshinii Ujummoo Fincaanii ta'uu danda'a.
©️ Dr. Hamza Jemal

08/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kodee Lijoch, Asanee Shukrii

12/03/2026

Leylatul Qadriin bara kanaa Carraa tee haa taatu.
β€œ Siif muramte β€œ RABBIIN siin haa jedhu.

12/03/2026

Halkan layilatal qadrii warra badhaafame irraa nu taasisi yaa rahmaan 🀲

12/03/2026

Ramadaana halkan 24ffaa Jirra
Rabbiin Anaafi Siifis Haa
Araaramu🀲

Yero bayye wan nuti barbaddu rabbi kan nuu laannef wan nun barbachisnefiπŸ₯°β£οΈπŸ«Άβ£οΈβ€οΈβ€πŸ©Ή
24/01/2026

Yero bayye wan nuti barbaddu rabbi kan nuu laannef wan nun barbachisnefiπŸ₯°β£οΈπŸ«Άβ£οΈβ€οΈβ€πŸ©Ή

🀲🀲🀲'Yaa   Yaadaa fi Muraada Kheenya Nuuf Guuti'. "Yaa_Allah"β˜•οΈβ˜•οΈβ˜•οΈ
23/01/2026

🀲🀲🀲
'Yaa Yaadaa fi Muraada Kheenya Nuuf Guuti'.
"Yaa_Allah"
β˜•οΈβ˜•οΈβ˜•οΈ

15/01/2026

In shaa Allaah Ji'ni Ramadaanaa seenuuf guyyaa 34 qofaatu hafe. Yoo qadaan nurra jiraate ofirraa haa kafallu. Akramakumullaah πŸ’–

25/03/2025

Seera Jireenya Gagabaabaa

Sukkaara irraa fagaadhu + biishaan baay'ee dhugi + Jiim dalagi + Diraamaa irraa fagaadhu + uffaata gaarii uffadhu + hojii hojjadhu + foolii gaarii qabaadhu + yaadi dubbachuu + Rabbiin yaadadhu= Seera Jireenya Gagabaabaa

Address

Allah
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhammed umar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share