Mesfin Andea

Mesfin Andea Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mesfin Andea, College & University, Samara University, Addis Ababa.

22/08/2025

Kan maariyamii jaallattu qoftii
qulqulleettii nuuf kadhadhuu #
jedhii darbii

Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin...Jireenyi Addunyaa kanaa akka Ati yaaddetti osoo hin taane akka fedhii isheetti ...
15/03/2025

Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin...

Jireenyi Addunyaa kanaa akka Ati yaaddetti osoo hin taane akka fedhii isheetti si jiraachisuu dandeessi.

Jireenya jettee ati addunyaa kanarratti jiraattu kun yeroo hundaa akka ati feete siif hin taatu. Wanti ati har'a of harkaa qabdu guyyaa tokko akka dhabdu beekuu qabda.

Mee fakkeenya tokkon siif fudhadha:- Nama ati hedduu jaalattu yeroo hundaa of biraa dhabuu hin feene yoo dhabdemmoo jireenyi kee hiika akka hin qabnetti fudhattee ija kee irraa buqqisuun illee si sassachiisu osoo of biraa du'aan dhabdehoo?? Ykn namni sun akka ati isa jaalatutti si jaalachuu dhiisee onneekee madeessee osoo deemehoo??

Argitee jireenya kana gaafa jiraattu dhiphinaaf, dhabaaf, gaddaaf, rakkinaaf qophaa'aa ta'uu qabda. Sababni isaas yeroo hundaa gammachuun hin jiru gaddi ni jiraata, jaalalli akkuma jiru jibbis ni jiraata, wal arguun akkuma jiru gargar bahuunis ni jiraata.
Nama jaalatturraa gargar bahuu yaaduun ulfaataa ta'us guyyaa tokko dirqama nama sanarraa adda ni baata kun seera uumamaati! Kanaaf gammachuun yeroo hundaa waan hin jirreef gaddaaf of qopheessi.

Gaafa rakkinni sitti dhufu hin laafiin, jireenyi rakkina kanaa booda akka waan hin jirreetti fudhattee mataa hin cabiin jabaadhu. Bor guyyaa addaa ta'uusaa bari.

Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keedha. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beektee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda

Halkan akkuma jiru bariin illee ni dhufee halkanicha akka seenaatt ni haasofta, hin darbu wanti ati jette darbee boqonnaa haaraatti ni ceeta guyyichas seenaa jettee dubbatatta. Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu darbee galmee seenaa keerratti ni galmaa'a

Page kana follow godha

  university #
06/03/2025

university #

🅣🅞🅓🅐🅨 🅑🅔🅢🅣 🅟🅗🅞🅣🅞🅒🅗🅐🅛🅛🅔🅝🅖🅔
11/02/2024

🅣🅞🅓🅐🅨 🅑🅔🅢🅣 🅟🅗🅞🅣🅞🅒🅗🅐🅛🅛🅔🅝🅖🅔

🅢🅒🅗🅞🅞🅛 🅛🅘🅕🅔
10/12/2023

🅢🅒🅗🅞🅞🅛 🅛🅘🅕🅔

23/11/2023
Yaa miika'eli 2* yaa garaami lubichaa aarriyaam jedhamta gosa suraafii angafoorati ati angafaa ol' antotaratti ati ol' a...
21/11/2023

Yaa miika'eli 2* yaa garaami lubichaa aarriyaam jedhamta gosa suraafii angafoorati ati angafaa ol' antotaratti ati ol' aanaa yeroo si waamnuu nuuf dhiyaadhu dhiifamaf araarana!!!!!
Nuuf kadhadhu qulquuluu mikaa'eelii teessuma waaqayyoo jabaati!!!!!!

Address

Samara University
Addis Ababa

Telephone

+251938476317

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mesfin Andea posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share