Tajir Mohammad

Tajir Mohammad Haqa qabna ✨💖🙏

Mabruuk alfa mabruuk   fi
23/07/2025

Mabruuk alfa mabruuk
fi

Hacee week 🥹 Ani Oromoof qaalidha Yoomu hin dagatamtuu haceekoo🥹🥹
28/06/2025

Hacee week 🥹

Ani Oromoof qaalidha
Yoomu hin dagatamtuu haceekoo🥹🥹

CRISTIANO RONALDO ADDS ANOTHER INTERNATIONAL TROPHY TO THE COLLECTION.🏆🏆🏆
08/06/2025

CRISTIANO RONALDO ADDS ANOTHER INTERNATIONAL TROPHY TO THE COLLECTION.

🏆🏆🏆

Nuno Mendes really shut down Mo Salah, Bukayo Saka and Lamine Yamal in the same season. Not to mention, no other defende...
08/06/2025

Nuno Mendes really shut down Mo Salah, Bukayo Saka and Lamine Yamal in the same season. Not to mention, no other defender scored more goals in the UCL this campaign.

The best left back in the world? 🔥

Warra Baranaa Kan bara hedduuBaga Iid-Al Ad-haa kan bara 1446 Walumaan nugahe! bara milkii Kan Araaramaa, kan ummanni Mi...
06/06/2025

Warra Baranaa Kan bara hedduu
Baga Iid-Al Ad-haa kan bara 1446 Walumaan nugahe! bara milkii Kan Araaramaa, kan ummanni Miidhame nasrii itti argatu Rabbi nuuf hataasisu!!!

              sher gootan male bira hin kutinaaDaa'imnii lameen suuraa isaanii agartan tunii maqaan isaanii1  2    JEDHA...
03/06/2025


sher gootan male bira hin kutinaa
Daa'imnii lameen suuraa isaanii agartan tunii maqaan isaanii
1
2 JEDHAMU
Maqaan Haadha isaanii
1
2 JEDHAMU
Iddoon dhaloota isaanii Godina H/Bahaa Saqaree iddoo ja'amtu
yoo tahu Nama maqaan isaa ja'amu wajjiin barbaachaf (Darasummaaf) biyya bahaan yeroo ammaa kana joolleen tunii nama isaan fidee iddoo innii jiru dhabuun guyyoota sadii oliif magaalaa kessaattii rakkachaa jiru Kanaf maatiin Joollee tana lakkoofsa arman gadii kana irraattii nu qunnamaa isiiniin jannaa
kiyya hundi sheer gotan malee bira hin kutinaa
0975322291
0968888664 &0928055267

Address

Gursum
Addis Ababa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajir Mohammad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share